سورة البروج بالأورومية
Samii abbaa orbitii urjiitiin (nan kakadha) |
Guyyaa beellamamaanis |
Ragaa baaafi warra ragaan itti baamuunis (nan kakadhaa) |
Warri boollaa abaaraman |
(Warri) ibidda boba’aa |
Yeroo isaan ishee irra taaan |
Isaan waan muimintootatti hojjatan irratti hirmaattota |
وَمَا نَقَمُوا مِنْهُمْ إِلَّا أَن يُؤْمِنُوا بِاللَّهِ الْعَزِيزِ الْحَمِيدِ(8) Rabbii injifataa, faarfamaatti amanuu malee homaa isaan irraa haaloo hin ba’anne |
الَّذِي لَهُ مُلْكُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۚ وَاللَّهُ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ شَهِيدٌ(9) (Rabbiin) Isa mootummaan samiifi dachii Isaaf taeedhaRabbiin waan hunda irratti ragaadha |
Dhugumatti, isaan muimintoota dhiiraafi dubartootaa rakkisanii ergasii gara Rabbii isaanii kan hin deebiIslaamni (hin tawbatin) isaaniif adabbii jahannamtu jira; ammas isaaniif adabbii gubaatu jira |
Dhugumatti, isaan amananii gaggaarii hojjatan, isaaniif ashaakiltiiwwan laggeen jala ishee yaatutu jiraSun milkii guddaadha |
Dhugumatti, qabaan Gooftaa keetii daran cimaadha |
Inni Isumatu [uumama] jalqaba; (dua boodas) ni deebisa |
Inni akkaan araaramaa, akkaan jaalataadha |
(Inni) abbaa Arshiiti; guddaadha |
Waan fedhe akkaan hojjataadha |
Sila oduun humna waraanaa si gaeeraa |
(Waraana) Firawniifi Samuud |
Dhugumatti, isaan kafaran kijibsiisuu keessa jiru |
Rabbiin immoo duuba isaanii irraan marsaadha |
Dhugumatti, inni Quraana guddaadha |
Luuhii tiikfamaa keessa jira |
المزيد من السور باللغة الأورومية:
تحميل سورة البروج بصوت أشهر القراء :
قم باختيار القارئ للاستماع و تحميل سورة البروج كاملة بجودة عالية
أحمد العجمي
خالد الجليل
سعد الغامدي
سعود الشريم
عبد الباسط
عبد الله الجهني
علي الحذيفي
فارس عباد
ماهر المعيقلي
محمد جبريل
المنشاوي
الحصري
مشاري العفاسي
ناصر القطامي
ياسر الدوسري
Wednesday, February 12, 2025
لا تنسنا من دعوة صالحة بظهر الغيب