سورة العاديات بالأورومية
(Faradoo jihaadaa) harganaa guluftuunin (kakadha) |
(Isaan yeroo gulufan kottee isaaniitiin) ibidda qabsiisaniin |
(Isaan) bariidhaan (diina irratti) weerara adeemsisanitti |
Isaan dhukkee ol kaasanitti |
Isaan (weeraraan) gamtaa diinaa walakkeessaniin [kakadha] |
Dhugumatti, namni (hedduun) Gooftaa isaa mormaadha |
Inni kana irratti ragaadha |
Inni (namni) qabeenya jaalachuutti cimaadha |
Sila inni yeroo wanti qabroota keessa jiran hundi baafaman sana hin beekuu |
Yeroo wanti qoma keessa jiran (hundi) ifa baafaman (hin beekuu) |
Dhugumatti, Gooftan isaanii guyyaa san isaan beekaadha |
المزيد من السور باللغة الأورومية:
تحميل سورة العاديات بصوت أشهر القراء :
قم باختيار القارئ للاستماع و تحميل سورة العاديات كاملة بجودة عالية
أحمد العجمي
خالد الجليل
سعد الغامدي
سعود الشريم
عبد الباسط
عبد الله الجهني
علي الحذيفي
فارس عباد
ماهر المعيقلي
محمد جبريل
المنشاوي
الحصري
مشاري العفاسي
ناصر القطامي
ياسر الدوسري
Wednesday, February 12, 2025
لا تنسنا من دعوة صالحة بظهر الغيب