سورة الليل بالأورومية
Halkaniin (nan kakadha); yeroo (inni) haguuge |
Guyyaanis yeroo inni mulate |
Isa kormaafi dhalaa uumeenis |
Dhugumatti, dalagaan keessan adda adda (wal dhaba) |
Namni kennatee Rabbiin sodaate |
Islaamummaas dhugoomse |
(Karaa) laaftuuf isa laaffisuuf jirra |
Nama don’oomee of ga’e |
Islaamummaa sobsiise immoo |
(Karaa) jabduuf isa laaffisuuf jirra |
Yeroo inni (ibiddatti) kufu qabeenyi isaa isa hin fayyadu |
Dhugumatti, karaa qajeelaa ifa galchuun (mulisuun) Nurra jira |
Dhugumatti, Aakhiraafi addunyaan keenya |
Ibidda qabsiifamaa tae isin sodaachise |
Hoonga’aa malee ishee hin seenu |
Kan sobsiisee gara gale (malee) |
Namni Rabbiin sodaatu immoo ishee irraa fageeffamuuf jira |
Kan qabeenya isaa qulqulleeffachuuf kennu |
Haala isa bira nama tokkoof galanni galfamu hin jirreen (kan kennatu) |
Fuula Gooftaa isaa ol aanaa tae barbaachaaf malee (hin kennu) |
Dhugumatti, inni fuulduratti jaalachuuf jira |
المزيد من السور باللغة الأورومية:
تحميل سورة الليل بصوت أشهر القراء :
قم باختيار القارئ للاستماع و تحميل سورة الليل كاملة بجودة عالية
أحمد العجمي
خالد الجليل
سعد الغامدي
سعود الشريم
عبد الباسط
عبد الله الجهني
علي الحذيفي
فارس عباد
ماهر المعيقلي
محمد جبريل
المنشاوي
الحصري
مشاري العفاسي
ناصر القطامي
ياسر الدوسري
Wednesday, February 12, 2025
لا تنسنا من دعوة صالحة بظهر الغيب