Surah Ash-Shams with Afaan Oromoo
Aduufi ifa isheetiinin (kakadha) |
Ji’aanis; yeroo inni ishee hordofe |
Guyyaanis yeroo inni ishee (aduu) mul’ise |
Halkaniinis yeroo inni ishee haguuge |
Samiifi kan ishee ijaareenis |
Dachiifi kan ishee diriirseenis |
Lubbuufi kan ishee uumeenis |
Kan jal’ina isheefi qajeeluma ishee ishee barsiise |
Namni ishee qulqulleesse dhugumatti milkaa’e |
Namni ishee xureesses dhugaatti hoonga’e |
Samuud daangaa dabruu isheetiin kijibsiifte |
Yeroo irra jallaan ishee ka’u (kijibsiifte) |
فَقَالَ لَهُمْ رَسُولُ اللَّهِ نَاقَةَ اللَّهِ وَسُقْيَاهَا(13) Ergamaan Rabbiis isaaniin “gaala Rabbiitiifi dhugaatii ishee (eeggadhaa)” jedhe |
فَكَذَّبُوهُ فَعَقَرُوهَا فَدَمْدَمَ عَلَيْهِمْ رَبُّهُم بِذَنبِهِمْ فَسَوَّاهَا(14) Isa kijibsiisanii ishee waraananSababa badii isaanii isaan balleessee wal qixxeesse |
Haaloo ishee hin sodaatu |
More surahs in Afaan Oromoo:
Download surah Ash-Shams with the voice of the most famous Quran reciters :
surah Ash-Shams mp3 : choose the reciter to listen and download the chapter Ash-Shams Complete with high quality
Ahmed Al Ajmy
Bandar Balila
Khalid Al Jalil
Saad Al Ghamdi
Saud Al Shuraim
Abdul Basit
Abdul Rashid Sufi
Abdullah Basfar
Abdullah Al Juhani
Fares Abbad
Maher Al Muaiqly
Al Minshawi
Al Hosary
Mishari Al-afasi
Yasser Al Dosari
لا تنسنا من دعوة صالحة بظهر الغيب