سورة الطارق بالأورومية
Samiifi (urjii) halkan dhufaa ta’eenin (kakadha) |
(Urjii) halkan dhufaa ta’e maaltu si beeksise |
(Inni) urjii ifti isaa dukkana uraa ta’eedha |
Lubbuun hundi tiksaan ishee irra jiraatu malee hin hafu |
Namni maal irraa akka uumame haa ilaalu |
Bishaan utaalaa irraa uumame |
Jidduu dugdaatiifi qomaatii kan ba’u |
Inni isa deebisuu irratti danda’aadha |
Guyyaa iccitiiwwan ifa baan |
(Gaafas) humnas ta’ee tumsaan isaaf hin jiru |
Samii abbaa deddeebiitiinin (kakadha) |
Dachii dhodhootuunin (kakadha) |
Dhugumatti, inni (Quraanni) jecha adda baasaadha |
Inni qoosaa hin taane |
Dhugumatti, isaan tooftaa baasu |
Anis tooftaan baasa |
Kaafirootaaf yeroo kenniAmmas xinnoo yeroo kenniif |
المزيد من السور باللغة الأورومية:
تحميل سورة الطارق بصوت أشهر القراء :
قم باختيار القارئ للاستماع و تحميل سورة الطارق كاملة بجودة عالية
أحمد العجمي
خالد الجليل
سعد الغامدي
سعود الشريم
عبد الباسط
عبد الله الجهني
علي الحذيفي
فارس عباد
ماهر المعيقلي
محمد جبريل
المنشاوي
الحصري
مشاري العفاسي
ناصر القطامي
ياسر الدوسري
Wednesday, February 12, 2025
لا تنسنا من دعوة صالحة بظهر الغيب