La sourate Al-Burooj en Oromo
| Samii abbaa orbitii urjiitiin (nan kakadha) |
| Guyyaa beellamamaanis |
| Ragaa baaafi warra ragaan itti baamuunis (nan kakadhaa) |
| Warri boollaa abaaraman |
| (Warri) ibidda boba’aa |
| Yeroo isaan ishee irra taaan |
| Isaan waan muimintootatti hojjatan irratti hirmaattota |
وَمَا نَقَمُوا مِنْهُمْ إِلَّا أَن يُؤْمِنُوا بِاللَّهِ الْعَزِيزِ الْحَمِيدِ(8) Rabbii injifataa, faarfamaatti amanuu malee homaa isaan irraa haaloo hin ba’anne |
الَّذِي لَهُ مُلْكُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۚ وَاللَّهُ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ شَهِيدٌ(9) (Rabbiin) Isa mootummaan samiifi dachii Isaaf taeedhaRabbiin waan hunda irratti ragaadha |
| Dhugumatti, isaan muimintoota dhiiraafi dubartootaa rakkisanii ergasii gara Rabbii isaanii kan hin deebiIslaamni (hin tawbatin) isaaniif adabbii jahannamtu jira; ammas isaaniif adabbii gubaatu jira |
| Dhugumatti, isaan amananii gaggaarii hojjatan, isaaniif ashaakiltiiwwan laggeen jala ishee yaatutu jiraSun milkii guddaadha |
| Dhugumatti, qabaan Gooftaa keetii daran cimaadha |
| Inni Isumatu [uumama] jalqaba; (dua boodas) ni deebisa |
| Inni akkaan araaramaa, akkaan jaalataadha |
| (Inni) abbaa Arshiiti; guddaadha |
| Waan fedhe akkaan hojjataadha |
| Sila oduun humna waraanaa si gaeeraa |
| (Waraana) Firawniifi Samuud |
| Dhugumatti, isaan kafaran kijibsiisuu keessa jiru |
| Rabbiin immoo duuba isaanii irraan marsaadha |
| Dhugumatti, inni Quraana guddaadha |
| Luuhii tiikfamaa keessa jira |
Plus de sourates en Oromo :
Téléchargez la sourate avec la voix des récitants du Coran les plus célèbres :
Téléchargez le fichier mp3 de la sourate Al-Burooj : choisissez le récitateur pour écouter et télécharger la sourate Al-Burooj complète en haute qualité.
Ahmed Al Ajmy
Bandar Balila
Khalid Al Jalil
Saad Al Ghamdi
Saud Al Shuraim
Abdul Basit
Abdul Rashid Sufi
Abdullah Basfar
Abdullah Al Juhani
Fares Abbad
Maher Al Muaiqly
Al Minshawi
Al Hosary
Mishari Al-afasi
Yasser Al Dosari
Donnez-nous une invitation valide




