La sourate At-Tin en Oromo
Tiiniifi Zaytuuniiniin (kakadha) |
Gaara (Tulluu) Siiniinaatiinis |
Biyya nagaa kanaanis (nin kakadha) |
Dhugumatti, Nuti nama dhaabbii irra gaarii tae keessatti isa uumne |
Ergasii bakka warra jalaa hundarra gadi aanaa taetti isa deebifne |
إِلَّا الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ فَلَهُمْ أَجْرٌ غَيْرُ مَمْنُونٍ(6) Garuu isaan amananii gaggaarii dalagan isaaniif mindaa addaan hin cinnetu jira |
Kana booda maaltu mindaa [guyyaa Qiyaamaa] si kijibsiisa (kijibsiisutti si kaase) |
Sila Rabbiin irra murteessaa warra murteessanuu hin taanee |
Plus de sourates en Oromo :
Téléchargez la sourate avec la voix des récitants du Coran les plus célèbres :
Téléchargez le fichier mp3 de la sourate At-Tin : choisissez le récitateur pour écouter et télécharger la sourate At-Tin complète en haute qualité.















Donnez-nous une invitation valide