La sourate Al-Maun en Oromo
Isa qormaata sobsiisu argitee |
Sun isa yatiima humnaan deebisu |
Hiyyeessa nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaafne |
Warra salaataniif badiin mirkanaa’e |
Isaan sun warra salaata isaanii irraa dagatan |
Isaan warra (dalagaa namatti) agarsiifataniif |
Isaan meeshaa ergisaa dhorgataniif (badiin mirkanaa’e) |
Plus de sourates en Oromo :
Téléchargez la sourate avec la voix des récitants du Coran les plus célèbres :
Téléchargez le fichier mp3 de la sourate Al-Maun : choisissez le récitateur pour écouter et télécharger la sourate Al-Maun complète en haute qualité.















Donnez-nous une invitation valide