La sourate Az-Zalzalah en Oromo
Yeroo dachiin sochii ishee sosochoote |
Akkasumas, (yeroo) dachiin baaa ishee baafte |
Namni "sila isheen maal taate?" jedhe |
Guyyaa san (dachiin) oduu ishee ni odeessiti |
[Kunis] Waan Gooftaan kee isheetti beeksisa godheef |
يَوْمَئِذٍ يَصْدُرُ النَّاسُ أَشْتَاتًا لِّيُرَوْا أَعْمَالَهُمْ(6) Guyyaa san namoonni hojii isaanii agarsiifamuuf jecha garee gareen (bakka dhaabbii irraa) deebi’u |
Namni (hanga) madaala atomii toltuu dalage isuma arga |
Namni (hanga) madaala atomii hamtuu dalages isuma arga |
Plus de sourates en Oromo :
Téléchargez la sourate avec la voix des récitants du Coran les plus célèbres :
Téléchargez le fichier mp3 de la sourate Az-Zalzalah : choisissez le récitateur pour écouter et télécharger la sourate Az-Zalzalah complète en haute qualité.















Donnez-nous une invitation valide