La sourate Al-Qariah en Oromo
الْقَارِعَةُ(1) Qalbii rukuttuun (Qiyaamaan) |
Qalbii rukuttuun maali |
Qalbii rukuttuun maal akka taate maaltu si beeksise |
Guyyaa namni akka billaacha faffacaafamee ta’u |
(Guyyaa) gaarreen akka jirbii iddamee (qaasasame) tau |
Namni madaalli (hojii) isaa ulfaatte |
Inni jireenya jaalatamtuu keessa taa |
Namni madaalli (hojii) isaa salphatte immoo |
Haati isaa “Haawiyaa[]”dha |
Isheen (Haawiyaan) maal akka taate maaltu si beeksise |
نَارٌ حَامِيَةٌ(11) (Isheen) ibidda gubduudha |
Plus de sourates en Oromo :
Téléchargez la sourate avec la voix des récitants du Coran les plus célèbres :
Téléchargez le fichier mp3 de la sourate Al-Qariah : choisissez le récitateur pour écouter et télécharger la sourate Al-Qariah complète en haute qualité.















Donnez-nous une invitation valide