La sourate Al-Humazah en Oromo
Hamattuufi arrabsituu hundaaf badiin mirkanaa’e |
Isa qabeenya walitti qabee lakkaae |
Qabeenyi isaa isa hambisuu kan yaadu |
Haa dhorgamu! [Ibidda] caccabsituu keessatti darbamuuf jira |
Caccabsituun maal akka taate maaltu si beeksise |
(Isheen) ibidda Rabbii kan qabsiifamtuudha |
Ishee onnee irratti (laalaan ishee) mul’attuudha |
Dhugumatti, isheen isaan irratti cufamtuudha |
Utubaalee diriirfamaa keessatti (itti cufama) |
Plus de sourates en Oromo :
Téléchargez la sourate avec la voix des récitants du Coran les plus célèbres :
Téléchargez le fichier mp3 de la sourate Al-Humazah : choisissez le récitateur pour écouter et télécharger la sourate Al-Humazah complète en haute qualité.















Donnez-nous une invitation valide