La sourate Al-Adiyat en Oromo
| (Faradoo jihaadaa) harganaa guluftuunin (kakadha) |
| (Isaan yeroo gulufan kottee isaaniitiin) ibidda qabsiisaniin |
| (Isaan) bariidhaan (diina irratti) weerara adeemsisanitti |
| Isaan dhukkee ol kaasanitti |
| Isaan (weeraraan) gamtaa diinaa walakkeessaniin [kakadha] |
| Dhugumatti, namni (hedduun) Gooftaa isaa mormaadha |
| Inni kana irratti ragaadha |
| Inni (namni) qabeenya jaalachuutti cimaadha |
| Sila inni yeroo wanti qabroota keessa jiran hundi baafaman sana hin beekuu |
| Yeroo wanti qoma keessa jiran (hundi) ifa baafaman (hin beekuu) |
| Dhugumatti, Gooftan isaanii guyyaa san isaan beekaadha |
Plus de sourates en Oromo :
Téléchargez la sourate avec la voix des récitants du Coran les plus célèbres :
Téléchargez le fichier mp3 de la sourate Al-Adiyat : choisissez le récitateur pour écouter et télécharger la sourate Al-Adiyat complète en haute qualité.
Ahmed Al Ajmy
Bandar Balila
Khalid Al Jalil
Saad Al Ghamdi
Saud Al Shuraim
Abdul Basit
Abdul Rashid Sufi
Abdullah Basfar
Abdullah Al Juhani
Fares Abbad
Maher Al Muaiqly
Al Minshawi
Al Hosary
Mishari Al-afasi
Yasser Al Dosari
Donnez-nous une invitation valide




