سورة الأعلى بالأورومية
Maqaa Gooftaa kee olaanaa taee qulqulleessi |
Isa (waan hunda) uumee guute |
Isa murteessee qajeelche |
Isa marga baase |
Goggogaa gurraacha isa taasise |
Si qaraasisuuf jirraa hin dagattu |
إِلَّا مَا شَاءَ اللَّهُ ۚ إِنَّهُ يَعْلَمُ الْجَهْرَ وَمَا يَخْفَىٰ(7) Waan Rabbiin fedhe maleeInni mul’ataafi dhokataas ni beeka |
Nuti karaa laaftuu taateef si laaffifna |
Yoo yaadachiisni kan fayyadu ta’e yaadachiisi |
Namni Rabbiin sodaatu gorfamuuf jira |
Hoongaaan ishee irraa fagaata |
Inni ibidda guddoo seenu |
Ergasii ishee keessatti hin duu; hin jiraatus |
Dhugumatti, namni of qulqulleeffate milkaa’e |
Maqaa Gooftaa isaa dubbatee kan salaate |
Inumaa isin jiruu addunyaa filattu |
Odoo Aakhiraan caaltuufi haftuu taatee jirtuu [addunyaa filattu] |
Dhugumatti, kun barreeffamoota duraanii keessa jira |
Barreeffamoota Ibraahiimifi Muusaa [keessa jira] |
المزيد من السور باللغة الأورومية:
تحميل سورة الأعلى بصوت أشهر القراء :
قم باختيار القارئ للاستماع و تحميل سورة الأعلى كاملة بجودة عالية
أحمد العجمي
خالد الجليل
سعد الغامدي
سعود الشريم
عبد الباسط
عبد الله الجهني
علي الحذيفي
فارس عباد
ماهر المعيقلي
محمد جبريل
المنشاوي
الحصري
مشاري العفاسي
ناصر القطامي
ياسر الدوسري
Wednesday, February 12, 2025
لا تنسنا من دعوة صالحة بظهر الغيب