La sourate Ash-Shams en Oromo
| Aduufi ifa isheetiinin (kakadha) |
| Ji’aanis; yeroo inni ishee hordofe |
| Guyyaanis yeroo inni ishee (aduu) mul’ise |
| Halkaniinis yeroo inni ishee haguuge |
| Samiifi kan ishee ijaareenis |
| Dachiifi kan ishee diriirseenis |
| Lubbuufi kan ishee uumeenis |
| Kan jal’ina isheefi qajeeluma ishee ishee barsiise |
| Namni ishee qulqulleesse dhugumatti milkaa’e |
| Namni ishee xureesses dhugaatti hoonga’e |
| Samuud daangaa dabruu isheetiin kijibsiifte |
| Yeroo irra jallaan ishee ka’u (kijibsiifte) |
فَقَالَ لَهُمْ رَسُولُ اللَّهِ نَاقَةَ اللَّهِ وَسُقْيَاهَا(13) Ergamaan Rabbiis isaaniin “gaala Rabbiitiifi dhugaatii ishee (eeggadhaa)” jedhe |
فَكَذَّبُوهُ فَعَقَرُوهَا فَدَمْدَمَ عَلَيْهِمْ رَبُّهُم بِذَنبِهِمْ فَسَوَّاهَا(14) Isa kijibsiisanii ishee waraananSababa badii isaanii isaan balleessee wal qixxeesse |
| Haaloo ishee hin sodaatu |
Plus de sourates en Oromo :
Téléchargez la sourate avec la voix des récitants du Coran les plus célèbres :
Téléchargez le fichier mp3 de la sourate Ash-Shams : choisissez le récitateur pour écouter et télécharger la sourate Ash-Shams complète en haute qualité.
Ahmed Al Ajmy
Bandar Balila
Khalid Al Jalil
Saad Al Ghamdi
Saud Al Shuraim
Abdul Basit
Abdul Rashid Sufi
Abdullah Basfar
Abdullah Al Juhani
Fares Abbad
Maher Al Muaiqly
Al Minshawi
Al Hosary
Mishari Al-afasi
Yasser Al Dosari
Donnez-nous une invitation valide




