La sourate Al-Layl en Oromo
| Halkaniin (nan kakadha); yeroo (inni) haguuge |
| Guyyaanis yeroo inni mulate |
| Isa kormaafi dhalaa uumeenis |
| Dhugumatti, dalagaan keessan adda adda (wal dhaba) |
| Namni kennatee Rabbiin sodaate |
| Islaamummaas dhugoomse |
| (Karaa) laaftuuf isa laaffisuuf jirra |
| Nama don’oomee of ga’e |
| Islaamummaa sobsiise immoo |
| (Karaa) jabduuf isa laaffisuuf jirra |
| Yeroo inni (ibiddatti) kufu qabeenyi isaa isa hin fayyadu |
| Dhugumatti, karaa qajeelaa ifa galchuun (mulisuun) Nurra jira |
| Dhugumatti, Aakhiraafi addunyaan keenya |
| Ibidda qabsiifamaa tae isin sodaachise |
| Hoonga’aa malee ishee hin seenu |
| Kan sobsiisee gara gale (malee) |
| Namni Rabbiin sodaatu immoo ishee irraa fageeffamuuf jira |
| Kan qabeenya isaa qulqulleeffachuuf kennu |
| Haala isa bira nama tokkoof galanni galfamu hin jirreen (kan kennatu) |
| Fuula Gooftaa isaa ol aanaa tae barbaachaaf malee (hin kennu) |
| Dhugumatti, inni fuulduratti jaalachuuf jira |
Plus de sourates en Oromo :
Téléchargez la sourate avec la voix des récitants du Coran les plus célèbres :
Téléchargez le fichier mp3 de la sourate Al-Layl : choisissez le récitateur pour écouter et télécharger la sourate Al-Layl complète en haute qualité.
Ahmed Al Ajmy
Bandar Balila
Khalid Al Jalil
Saad Al Ghamdi
Saud Al Shuraim
Abdul Basit
Abdul Rashid Sufi
Abdullah Basfar
Abdullah Al Juhani
Fares Abbad
Maher Al Muaiqly
Al Minshawi
Al Hosary
Mishari Al-afasi
Yasser Al Dosari
Donnez-nous une invitation valide




