La sourate At-Tariq en Oromo
| Samiifi (urjii) halkan dhufaa ta’eenin (kakadha) |
| (Urjii) halkan dhufaa ta’e maaltu si beeksise |
| (Inni) urjii ifti isaa dukkana uraa ta’eedha |
| Lubbuun hundi tiksaan ishee irra jiraatu malee hin hafu |
| Namni maal irraa akka uumame haa ilaalu |
| Bishaan utaalaa irraa uumame |
| Jidduu dugdaatiifi qomaatii kan ba’u |
| Inni isa deebisuu irratti danda’aadha |
| Guyyaa iccitiiwwan ifa baan |
| (Gaafas) humnas ta’ee tumsaan isaaf hin jiru |
| Samii abbaa deddeebiitiinin (kakadha) |
| Dachii dhodhootuunin (kakadha) |
| Dhugumatti, inni (Quraanni) jecha adda baasaadha |
| Inni qoosaa hin taane |
| Dhugumatti, isaan tooftaa baasu |
| Anis tooftaan baasa |
| Kaafirootaaf yeroo kenniAmmas xinnoo yeroo kenniif |
Plus de sourates en Oromo :
Téléchargez la sourate avec la voix des récitants du Coran les plus célèbres :
Téléchargez le fichier mp3 de la sourate At-Tariq : choisissez le récitateur pour écouter et télécharger la sourate At-Tariq complète en haute qualité.
Ahmed Al Ajmy
Bandar Balila
Khalid Al Jalil
Saad Al Ghamdi
Saud Al Shuraim
Abdul Basit
Abdul Rashid Sufi
Abdullah Basfar
Abdullah Al Juhani
Fares Abbad
Maher Al Muaiqly
Al Minshawi
Al Hosary
Mishari Al-afasi
Yasser Al Dosari
Donnez-nous une invitation valide




