🔥 0 day streak
📖 Long surah — split into smaller parts to help you focus (31 Aayah)
0/31
76:1
🔁 0/5
هَلۡ أَتَىٰ عَلَى ٱلۡإِنسَٰنِ حِينٌ مِّنَ ٱلدَّهۡرِ لَمۡ يَكُن شَيۡـًٔا مَّذۡكُورًا ١
Hal ataa `alal insaani heenum minad dahri lam yakun shai`am mazkooraa
Sila barri hangi tae nama irra kan inni waan yaadatamu hin tain hin dhufnee
🎤 Your recording:
76:2
🔁 0/5
إِنَّا خَلَقۡنَا ٱلۡإِنسَٰنَ مِن نُّطۡفَةٍ أَمۡشَاجٍ نَّبۡتَلِيهِ فَجَعَلۡنَٰهُ سَمِيعَۢا بَصِيرًا ٢
Innaa khalaqnal insaana min nutfatin amshaajin nabta leehi faja`alnaahu samee`am baseeraa
Dhugumatti Nuti nama, isa qormaatuuf jecha bishaan saalaa walitti makamaa tae irraa uumnee; Dhagaaafi argaas isa goone
🎤 Your recording:
76:3
🔁 0/5
إِنَّا هَدَيۡنَٰهُ ٱلسَّبِيلَ إِمَّا شَاكِرًا وَإِمَّا كَفُورًا ٣
Innaa hadainaahus sabeela immaa shaakiranw wa immaa kafoora
Nuti haala (inni) galateeffataa yookiin mormaa taeen karaa isa qajeelchine
🎤 Your recording:
76:4
🔁 0/5
إِنَّآ أَعۡتَدۡنَا لِلۡكَٰفِرِينَ سَلَٰسِلَاْ وَأَغۡلَٰلًا وَسَعِيرًا ٤
Innaaa a`tadnaa lilkaa fireena salaasila wa aghlaalanw wa sa`eeraa
Nuti kaafirootaaf sansalata, sakaallaawwaniifi ibidda bobaaa qopheessinee jirra
🎤 Your recording:
76:5
🔁 0/5
إِنَّ ٱلۡأَبۡرَارَ يَشۡرَبُونَ مِن كَأۡسٍ كَانَ مِزَاجُهَا كَافُورًا ٥
innal abraara yashra boona min kaasin kaana mizaa juhaa kaafooraa
Warri gaggaariin khamrii makaan ishee kaafuuriin tae irraa dhugu
🎤 Your recording:
76:6
🔁 0/5
عَيۡنًا يَشۡرَبُ بِهَا عِبَادُ ٱللَّهِ يُفَجِّرُونَهَا تَفۡجِيرًا ٦
Aynany yashrabu bihaa `ibaadul laahi yafajjiroonahaa tafjeeraa
(Kun) burqaa gabroonni Rabbii ishee dhuganiidha(Karaa fedhanitti) dhangalaafachuu ishee dhangalaafatu
🎤 Your recording:
76:7
🔁 0/5
يُوفُونَ بِٱلنَّذۡرِ وَيَخَافُونَ يَوۡمًا كَانَ شَرُّهُۥ مُسۡتَطِيرًا ٧
Yoofoona binnazri wa yakhaafoona yawman kaana sharruhoo mustateeraa
Qodhaa (nazrii) isaanii ni guutu; guyyaa hamtuun isaa babalatus ni sodaatu
🎤 Your recording:
76:8
🔁 0/5
وَيُطۡعِمُونَ ٱلطَّعَامَ عَلَىٰ حُبِّهِۦ مِسۡكِينًا وَيَتِيمًا وَأَسِيرًا ٨
Wa yut``imoonat ta`aama `alaa hubbihee miskeenanw wa yatemanw wa aseeraa
Nyaatas ofii jaallachuu wajjin hiyyeessa, yatiimaafi boojiamaas nyaachisu
🎤 Your recording:
76:9
🔁 0/5
إِنَّمَا نُطۡعِمُكُمۡ لِوَجۡهِ ٱللَّهِ لَا نُرِيدُ مِنكُمۡ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا ٩
Innaamaa nut`imukum li wajhil laahi laa nureedu minkum jazaaa`anw wa laa shukooraa
(Ni jedhu): "dhugumatti, wanti nuti isin nyaachifnuuf Fuula Rabbii qofaafi; isin irraa mindaas taee galata wahii hin barbaannu
🎤 Your recording:
76:10
🔁 0/5
إِنَّا نَخَافُ مِن رَّبِّنَا يَوۡمًا عَبُوسًا قَمۡطَرِيرًا ١٠
Innaa nakhaafu mir Rabbinna Yawman `aboosan qamtareeraa
Dhugumatti, nuti Gooftaa keenya irraa Guyyaa fuula guuraa hammaataa tae sodaanna.”
🎤 Your recording:
76:11
🔁 0/5
فَوَقَىٰهُمُ ٱللَّهُ شَرَّ ذَٰلِكَ ٱلۡيَوۡمِ وَلَقَّىٰهُمۡ نَضۡرَةً وَسُرُورًا ١١
Fa waqaahumul laahu sharra zaalikal yawmi wa laqqaahum nadratanw wa surooraa
Rabbiinis hamtuu guyyaa gaafasii irraa isaan tikseeti (fuula isaaniis) ifaafi gammachuu qunnamsiise
🎤 Your recording:
76:12
🔁 0/5
وَجَزَىٰهُم بِمَا صَبَرُواْ جَنَّةً وَحَرِيرًا ١٢
Wa jazaahum bimaa sabaroo janatanw wa hareeraa
Sababa isaan obsaniifis jannataafi hariira galata isaaniif galche
🎤 Your recording:
76:13
🔁 0/5
مُّتَّكِـِٔينَ فِيهَا عَلَى ٱلۡأَرَآئِكِۖ لَا يَرَوۡنَ فِيهَا شَمۡسًا وَلَا زَمۡهَرِيرًا ١٣
muttaki`eena feeha `alal araaa `iki laa yarawna feehaa shamsanw wa laa zamhareeraa
Ishee keessatti sireewwan irratti hirkatanii, odoo ishee keessatti aduufi qorra hamaa hin argine (jiraatu)
🎤 Your recording:
76:14
🔁 0/5
وَدَانِيَةً عَلَيۡهِمۡ ظِلَٰلُهَا وَذُلِّلَتۡ قُطُوفُهَا تَذۡلِيلًا ١٤
Wa daaniyatan `alaihim zilaaluhaa wa zullilat qutoofu haa tazleela
Haala gaaddisni ishee isaan irratti gadi dhihoo, firiiwwan ishees isaaniif laaffifamuu laaffifamteen (jannata seenu)
🎤 Your recording:
76:15
🔁 0/5
وَيُطَافُ عَلَيۡهِم بِـَٔانِيَةٍ مِّن فِضَّةٍ وَأَكۡوَابٍ كَانَتۡ قَوَارِيرَا۠ ١٥
Wa yutaafu `alaihim bi aaniyatim min fiddatinw wa akwaabin kaanat qawaareeraa
Meeshota meeta irraa taaniifi kubbaayyawwan qaruuraa irraa taeen isaan irra naannaama
🎤 Your recording:
76:16
🔁 0/5
قَوَارِيرَاْ مِن فِضَّةٍ قَدَّرُوهَا تَقۡدِيرًا ١٦
Qawaareera min fiddatin qaddaroohaa taqdeeraa
Qaruuraalee meeta irraa taeen hanga isaan gau ishee (irraa) qoodu
🎤 Your recording:
76:17
🔁 0/5
وَيُسۡقَوۡنَ فِيهَا كَأۡسًا كَانَ مِزَاجُهَا زَنجَبِيلًا ١٧
Wa yusawna feehaa kaasan kaana mizaajuhaa zanjabeelaa
Ishee keessattis khamrii makaan ishee zinjibila tae obaafamu
🎤 Your recording:
76:18
🔁 0/5
عَيۡنًا فِيهَا تُسَمَّىٰ سَلۡسَبِيلًا ١٨
Aynan feeha tusammaa salsabeelaa
Burqaa ishee (jannata) keessa jirtu Salsabiil jedhamtee kan waamamtu (irraa obaafamu)
🎤 Your recording:
76:19
🔁 0/5
۞ وَيَطُوفُ عَلَيۡهِمۡ وِلۡدَٰنٌ مُّخَلَّدُونَ إِذَا رَأَيۡتَهُمۡ حَسِبۡتَهُمۡ لُؤۡلُؤًا مَّنثُورًا ١٩
Wa yatoofu `alaihim wildaanum mukhalladoona izaa ra aytahum hasibtahum lu`lu `am mansoora
Ijoollee ishee keessatti hafoo ta’antu isaan irra naannaa; yeroo isaan argitu faaya bibittinneeffame sitti fakkaatu
🎤 Your recording:
76:20
🔁 0/5
وَإِذَا رَأَيۡتَ ثَمَّ رَأَيۡتَ نَعِيمًا وَمُلۡكًا كَبِيرًا ٢٠
Wa izaa ra ayta summa ra ayta na`eemanw wa mulkan kabeera
Yeroo achi keessa ilaaltes qananiifi mootummaa guddaa argita
🎤 Your recording:
76:21
🔁 0/5
عَٰلِيَهُمۡ ثِيَابُ سُندُسٍ خُضۡرٌ وَإِسۡتَبۡرَقٌۖ وَحُلُّوٓاْ أَسَاوِرَ مِن فِضَّةٍ وَسَقَىٰهُمۡ رَبُّهُمۡ شَرَابًا طَهُورًا ٢١
Aaliyahum siyaabu sundusin khudrunw wa istabraq, wa hullooo asaawira min fiddatinw wa saqaahum Rabbuhum sharaaban tahooraa
Gubbaa isaanii irra uffata magariisa hariira qalaafi hariira furdaatu jira; gumeelee meeta irraa taes ni faayamuGooftaan isaaniis dhugaatii qulqulleessaa isaan obaasa
🎤 Your recording:
76:22
🔁 0/5
إِنَّ هَٰذَا كَانَ لَكُمۡ جَزَآءً وَكَانَ سَعۡيُكُم مَّشۡكُورًا ٢٢
Innaa haazaa kaana lakum jazz `anw wa kaana sa`yukum mashkooraa
Dhugumatti, kun mindaa isiniif taeeraDalagaan keessanis galateeffatamaa dha" (isaaniin jedhama)
🎤 Your recording:
76:23
🔁 0/5
إِنَّا نَحۡنُ نَزَّلۡنَا عَلَيۡكَ ٱلۡقُرۡءَانَ تَنزِيلًا ٢٣
Innaa nahnu nazzalnaa `alaikal quraana tanzeelaa
Dhugumatti, Nuti Quraana buusiinsa sirratti buusnee jirra
🎤 Your recording:
76:24
🔁 0/5
فَٱصۡبِرۡ لِحُكۡمِ رَبِّكَ وَلَا تُطِعۡ مِنۡهُمۡ ءَاثِمًا أَوۡ كَفُورًا ٢٤
Fasbir lihukmi Rabbika wa laa tuti` minhum aasiman aw kafooraa
Murtii Gooftaa keetiitiifis obsi; isaan irraa nama dilaawaa yookiin kafaraa taeef hin ajajamin
🎤 Your recording:
76:25
🔁 0/5
وَٱذۡكُرِ ٱسۡمَ رَبِّكَ بُكۡرَةً وَأَصِيلًا ٢٥
Wazkuris ma Rabbika bukratanw wa aseelaa
Ganamaafi galgalas maqaa Gooftaa keetii faarsi
🎤 Your recording:
76:26
🔁 0/5
وَمِنَ ٱلَّيۡلِ فَٱسۡجُدۡ لَهُۥ وَسَبِّحۡهُ لَيۡلًا طَوِيلًا ٢٦
Wa minal laili fasjud lahoo wa sabbihhu lailan taweelaa
Halkan irraallee Isaaf salaati; halkan dheeraas Isaaf (salaata laylii) salaati
🎤 Your recording:
76:27
🔁 0/5
إِنَّ هَٰٓؤُلَآءِ يُحِبُّونَ ٱلۡعَاجِلَةَ وَيَذَرُونَ وَرَآءَهُمۡ يَوۡمًا ثَقِيلًا ٢٧
Inna haaa`ulaa`i yuhibboona `aajilata wa yazaroona waraaa`ahum yawman saqeelaa
Dhugumatti, warri kun (addunyaa) arifattuu jaalatu; guyyaa ulfaataas fuulduratti dhiisu (dagatu)
🎤 Your recording:
76:28
🔁 0/5
نَّحۡنُ خَلَقۡنَٰهُمۡ وَشَدَدۡنَآ أَسۡرَهُمۡۖ وَإِذَا شِئۡنَا بَدَّلۡنَآ أَمۡثَٰلَهُمۡ تَبۡدِيلًا ٢٨
Nahnu khalaqnaahum wa shadadnaaa asrahum wa izaa shi`naa baddalnaaa amsaala hum tabdeelaa
Nuti isaan uumnee qaama isaaniis jabeessine; yeroo feenes (isaan balleessinee) fakkaatuma isaanii bakka buusinsa bakka buufna
🎤 Your recording:
76:29
🔁 0/5
إِنَّ هَٰذِهِۦ تَذۡكِرَةٌۖ فَمَن شَآءَ ٱتَّخَذَ إِلَىٰ رَبِّهِۦ سَبِيلًا ٢٩
Inna haazihee tazkiratun fa man shaaa`at takhaza ilaa rabbihee sabeela
Dhugumatti, kuni gorsa; namni fedhe gara Gooftaa isaatti karaa godhata
🎤 Your recording:
76:30
🔁 0/5
وَمَا تَشَآءُونَ إِلَّآ أَن يَشَآءَ ٱللَّهُۚ إِنَّ ٱللَّهَ كَانَ عَلِيمًا حَكِيمًا ٣٠
Wa maa tashaaa`oona illaa anyyashaaa`al laah; innal laahaa kaana`Aleeman Hakeema
Yoo Rabbiin fedhe malee isin homaa hin feetanRabbiin beekaa ogeessa ta’eera
🎤 Your recording:
76:31
🔁 0/5
يُدۡخِلُ مَن يَشَآءُ فِي رَحۡمَتِهِۦۚ وَٱلظَّٰلِمِينَ أَعَدَّ لَهُمۡ عَذَابًا أَلِيمَۢا ٣١
Yudkhilu mai yashaaa`u fee rahmatih; wazzaalimeena a`adda lahum `azaaban aleemaa
Nama fedhe rahmata Isaa keessa seensisaMiidhaa raawwattoota immoo isaaniif adabbii laalessaa qopheesse
🎤 Your recording:
💡 Tap any hidden word to reveal it temporarily — your progress is saved automatically in this browser.
العربيةEnglishBahasa IndonesiaTürkçeРусскийفارسیFrançaisاردوবাংলাDeutschEspañol中文हिन्दीPortuguêsItalianoภาษาไทยPolskiNederlandsShqipKiswahiliO'zbekதமிழ்MelayuBosanskiSoomaaliAzərbaycanکوردی한국어日本語SvenskaDanskNorskپښتوമലയാളംසිංහලTamazightHausaአማርኛБългарскиТоҷикӣҚазақшаFilipinoسنڌيYorùbáFulfuldeТатарчаئۇيغۇرچەКыргызчаਪੰਜਾਬੀJawaతెలుగుမြန်မာગુજરાતીOromoमराठीTiếng ViệtMalagasyНохчийнWolofދިވެހިಕನ್ನಡУкраїнськаΕλληνικάქართულიខ្មែរدریQafar afMaranaoनेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers







