Suuratu Al-Fatihah Arabiffaa fi Oromoo

Suuratu Al-Fatihah hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (7 Aayah — مكية). Al-Fatihah Caqasi, Al-Fatihah Hiikkaa, Al-Fatihah mp3, Al-Fatihah pdf.

Suuratu Al-Fatihah Dubbisi fi Caqasi

🎧 Aayah
M Mishary Rashid Alafasy
M Mahmoud Khalil Al-Husary
A Abdurrahman As-Sudais
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi
A Abdul Basit Abdul Samad
A Ali Al-Hudhaify
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy
A Abu Bakr Ash-Shaatree
M Muhammad Ayyoub
A Abdullah Basfar
A Abdullah Al-Juhani
M Maher Al Muaiqly
x1
بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ ۝١
📖 Hiikkaa Aayah 1
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin
الْحَمْدُ لِلَّهِ رَبِّ الْعَالَمِينَ ۝٢
📖 Hiikkaa Aayah 2
Faaruun hundi kan Rabbii Gooftaa aalamaati
الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ ۝٣
📖 Hiikkaa Aayah 3
Akkaan mararfataa akkaan rahmata godhaa
مَالِكِ يَوْمِ الدِّينِ ۝٤
📖 Hiikkaa Aayah 4
Abbaa (mootii) guyyaa murtii
إِيَّاكَ نَعْبُدُ وَإِيَّاكَ نَسْتَعِينُ ۝٥
📖 Hiikkaa Aayah 5
Si qofa gabbarra; Si qofa gargaarsifannas
اهْدِنَا الصِّرَاطَ الْمُسْتَقِيمَ ۝٦
📖 Hiikkaa Aayah 6
Daandii sirrii nu qajeelchi
صِرَاطَ الَّذِينَ أَنْعَمْتَ عَلَيْهِمْ غَيْرِ الْمَغْضُوبِ عَلَيْهِمْ وَلَا الضَّالِّينَ ۝٧
📖 Hiikkaa Aayah 7
Karaa warra isaan irratti tola ooltee; kan isaan irratti hin dallanaminiifi hin jallatinii (nu qajeelchi)
Al-Fatihah (1/114) 2 →
Dubbisi Suuratu Al-Fatihah Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee

1الفاتحة Al-Fatihah 📚 7 Aayah مكية

Aayah amma aayah – Suuratu Al-Fatihah — 7 Aayah




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers