Suuratu Al-Kafirun Arabiffaa fi Oromoo

Suuratu Al-Kafirun hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (6 Aayah — مكية). Al-Kafirun Caqasi, Al-Kafirun Hiikkaa, Al-Kafirun mp3, Al-Kafirun pdf.

Suuratu Al-Kafirun Dubbisi fi Caqasi

🎧 Aayah
M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
—
x1
bismillah
قُلْ يَا أَيُّهَا الْكَافِرُونَ ۝١
📖 Hiikkaa Aayah 1
Jedhi: "yaa warra Rabbitti kafartan
لَا أَعْبُدُ مَا تَعْبُدُونَ ۝٢
📖 Hiikkaa Aayah 2
Ani waan isin gabbartan hin gabbaru
وَلَا أَنتُمْ عَابِدُونَ مَا أَعْبُدُ ۝٣
📖 Hiikkaa Aayah 3
Isinis waan ani gabbaru kan gabbartan hin taane
وَلَا أَنَا عَابِدٌ مَّا عَبَدتُّمْ ۝٤
📖 Hiikkaa Aayah 4
Anis waan isin gabbartan (fuula duras) kan gabbaruu miti
وَلَا أَنتُمْ عَابِدُونَ مَا أَعْبُدُ ۝٥
📖 Hiikkaa Aayah 5
Isinis waan ani gabbaru (fuula duras) kan gabbartanii miti
لَكُمْ دِينُكُمْ وَلِيَ دِينِ ۝٦
📖 Hiikkaa Aayah 6
Isiniif amantiin keessan jira; anaafis amantiin kiyya jira
← 108 Al-Kafirun (109/114) 110 →
Dubbisi Suuratu Al-Kafirun Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee

109الكافرون Al-Kafirun 📚 6 Aayah مكية



Qur'aana Qulqulluu


Saturday, October 3, 2026

Don't forget us in your sincere prayers