Suuratu Al-Waqi'ah Arabiffaa fi Oromoo
Suuratu Al-Waqi'ah hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (96 Aayah — مكية). Al-Waqi'ah Caqasi, Al-Waqi'ah Hiikkaa, Al-Waqi'ah mp3, Al-Waqi'ah pdf.Suuratu Al-Waqi'ah Dubbisi fi Caqasi
🎧 Aayah
M
Mishary Rashid Alafasy
✓
Mishary Rashid Alafasy
✓
M
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
A
Abdurrahman As-Sudais
✓
Abdurrahman As-Sudais
✓
M
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
A
Abdul Basit Abdul Samad
✓
Abdul Basit Abdul Samad
✓
A
Ali Al-Hudhaify
✓
Ali Al-Hudhaify
✓
A
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
A
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
M
Muhammad Ayyoub
✓
Muhammad Ayyoub
✓
A
Abdullah Basfar
✓
Abdullah Basfar
✓
A
Abdullah Al-Juhani
✓
Abdullah Al-Juhani
✓
M
Maher Al Muaiqly
✓
Maher Al Muaiqly
✓
—
x1
فَأَصْحَابُ الْمَيْمَنَةِ مَا أَصْحَابُ الْمَيْمَنَةِ ٨
📖 Hiikkaa
Aayah 8
(Gareen tokko) warra mirgaati; warri mirgaa akkam (milkaa’oo dha)
وَأَصْحَابُ الْمَشْأَمَةِ مَا أَصْحَابُ الْمَشْأَمَةِ ٩
📖 Hiikkaa
Aayah 9
(Gareen lammaffaan) warra bitaati; warri bitaa akkam (hoonga’oo dha)
وَالسَّابِقُونَ السَّابِقُونَ ١٠
📖 Hiikkaa
Aayah 10
(Gareen sadaffaa) Isaan gara toltuutti dursitoota dursoodha
مُّتَّكِئِينَ عَلَيْهَا مُتَقَابِلِينَ ١٦
📖 Hiikkaa
Aayah 16
Fuulaan walitti garagalanii ishee irratti hirkatu
يَطُوفُ عَلَيْهِمْ وِلْدَانٌ مُّخَلَّدُونَ ١٧
📖 Hiikkaa
Aayah 17
Ijoollee (ijoollummaan) yeroo hunda jiraatantu isaan irra naanna’a
بِأَكْوَابٍ وَأَبَارِيقَ وَكَأْسٍ مِّن مَّعِينٍ ١٨
📖 Hiikkaa
Aayah 18
Kubbaayyaa, quluufi geeba (xoofoo) farsoo irraa ta’een
لَّا يُصَدَّعُونَ عَنْهَا وَلَا يُنزِفُونَ ١٩
📖 Hiikkaa
Aayah 19
Isii irraa hin bowwaafatan; hin machaa’anis
وَفَاكِهَةٍ مِّمَّا يَتَخَيَّرُونَ ٢٠
📖 Hiikkaa
Aayah 20
Fuduraalee irraa waan isaan filataniin (irra naanna’u)
وَلَحْمِ طَيْرٍ مِّمَّا يَشْتَهُونَ ٢١
📖 Hiikkaa
Aayah 21
Foon allaattii irraas waan isaan fedhaniin
جَزَاءً بِمَا كَانُوا يَعْمَلُونَ ٢٤
📖 Hiikkaa
Aayah 24
Mindaa waan hojjataa turaniif jecha (kana isaaniif goone)
لَا يَسْمَعُونَ فِيهَا لَغْوًا وَلَا تَأْثِيمًا ٢٥
📖 Hiikkaa
Aayah 25
Isii (jannata) keessatti wacaafi wal arrabsuus hin dhaga’an
إِلَّا قِيلًا سَلَامًا سَلَامًا ٢٦
📖 Hiikkaa
Aayah 26
“Nagayaa nagayaa waliin jechuu malee” (hin dhaga’an)
وَأَصْحَابُ الْيَمِينِ مَا أَصْحَابُ الْيَمِينِ ٢٧
📖 Hiikkaa
Aayah 27
Warri mirgaa; warra mirgaa waa’een isaanii akkam tola
فِي سِدْرٍ مَّخْضُودٍ ٢٨
📖 Hiikkaa
Aayah 28
(Isaan) mukkeen qurquraa kan qoree hin qabne keessa jiraatu
لَّا مَقْطُوعَةٍ وَلَا مَمْنُوعَةٍ ٣٣
📖 Hiikkaa
Aayah 33
Kan maddi isaanii hin cinneefi kan irraa hin dhorgamne (keessa)
إِنَّا أَنشَأْنَاهُنَّ إِنشَاءً ٣٥
📖 Hiikkaa
Aayah 35
Dhugumatti, Nuti (dubartoota jannataa) uuminsa isaan uumne
عُرُبًا أَتْرَابًا ٣٧
📖 Hiikkaa
Aayah 37
Jaallattoota (abbaa manaa), kan hiriyoota ta’an (isaan goone)
وَأَصْحَابُ الشِّمَالِ مَا أَصْحَابُ الشِّمَالِ ٤١
📖 Hiikkaa
Aayah 41
Warri bitaa; warri bitaa akkam (fokkatu)
لَّا بَارِدٍ وَلَا كَرِيمٍ ٤٤
📖 Hiikkaa
Aayah 44
(Gaaddiisa) qabbanaa’aa hin ta’iniifi gaariis hin ta’in
إِنَّهُمْ كَانُوا قَبْلَ ذَٰلِكَ مُتْرَفِينَ ٤٥
📖 Hiikkaa
Aayah 45
Dhugumatti, isaan sana dura qanansiifamoo turan
وَكَانُوا يَقُولُونَ أَئِذَا مِتْنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَامًا أَإِنَّا لَمَبْعُوثُونَ ٤٧
📖 Hiikkaa
Aayah 47
“Sila yeroo duunee biyyeefi lafee taane, dhugumatti nuti kaafamoodhaa?” jedhaa turan
أَوَآبَاؤُنَا الْأَوَّلُونَ ٤٨
📖 Hiikkaa
Aayah 48
“Abbootiin keenya kan jalqabaas moo?” (jechuu turan)
قُلْ إِنَّ الْأَوَّلِينَ وَالْآخِرِينَ ٤٩
📖 Hiikkaa
Aayah 49
“(Yaa Muhammad!) dhugumatti, isaan jalqabaas ta’ee isaan boodaas (ni kaafamu)” jedhiin
لَمَجْمُوعُونَ إِلَىٰ مِيقَاتِ يَوْمٍ مَّعْلُومٍ ٥٠
📖 Hiikkaa
Aayah 50
Beellama guyyaa beekamaa keessatti walitti qabamuuf jiru
ثُمَّ إِنَّكُمْ أَيُّهَا الضَّالُّونَ الْمُكَذِّبُونَ ٥١
📖 Hiikkaa
Aayah 51
Ergasii isin yaa jallattoota sobsiiftotaa
نَحْنُ خَلَقْنَاكُمْ فَلَوْلَا تُصَدِّقُونَ ٥٧
📖 Hiikkaa
Aayah 57
Nuti isin uumnee; maaliif hin dhugoomsine
أَفَرَأَيْتُم مَّا تُمْنُونَ ٥٨
📖 Hiikkaa
Aayah 58
Waan (maniyyii) dhangalaaftan san mee naaf himaa
أَأَنتُمْ تَخْلُقُونَهُ أَمْ نَحْنُ الْخَالِقُونَ ٥٩
📖 Hiikkaa
Aayah 59
Sila isintu isa uumamoo? Nutu uumoo dha
نَحْنُ قَدَّرْنَا بَيْنَكُمُ الْمَوْتَ وَمَا نَحْنُ بِمَسْبُوقِينَ ٦٠
📖 Hiikkaa
Aayah 60
Nutu du’a gidduu keessanitti murteesseNuti dadhabsiifamoo miti
عَلَىٰ أَن نُّبَدِّلَ أَمْثَالَكُمْ وَنُنشِئَكُمْ فِي مَا لَا تَعْلَمُونَ ٦١
📖 Hiikkaa
Aayah 61
Fakkaataa keessan jijjiiree, waan isin hin beekne keessatti isin uumuu irratti (dadhaboo miti)
وَلَقَدْ عَلِمْتُمُ النَّشْأَةَ الْأُولَىٰ فَلَوْلَا تَذَكَّرُونَ ٦٢
📖 Hiikkaa
Aayah 62
Dhugumatti, akkaataa uumama jalqabaa beektanii jirtu; maaliif hin gorfamne
أَأَنتُمْ تَزْرَعُونَهُ أَمْ نَحْنُ الزَّارِعُونَ ٦٤
📖 Hiikkaa
Aayah 64
Isintu isa biqilcha moo Nutu biqilchoo dha
لَوْ نَشَاءُ لَجَعَلْنَاهُ حُطَامًا فَظَلْتُمْ تَفَكَّهُونَ ٦٥
📖 Hiikkaa
Aayah 65
Odoo feenee caccabaa gooneeti kan dinqisiifattan taatan
أَفَرَأَيْتُمُ الْمَاءَ الَّذِي تَشْرَبُونَ ٦٨
📖 Hiikkaa
Aayah 68
Mee waa’ee bishaan dhugdanii san Naaf himaa
أَأَنتُمْ أَنزَلْتُمُوهُ مِنَ الْمُزْنِ أَمْ نَحْنُ الْمُنزِلُونَ ٦٩
📖 Hiikkaa
Aayah 69
Sila duumessa irraa isintu isa buusee? Moo Nutu (isa) buusoo dha
لَوْ نَشَاءُ جَعَلْنَاهُ أُجَاجًا فَلَوْلَا تَشْكُرُونَ ٧٠
📖 Hiikkaa
Aayah 70
Odoo feenee soogiddoo (kuraawaa) isa taasifnaSila maaliif (Rabbiin) hin galatoomfanne
أَفَرَأَيْتُمُ النَّارَ الَّتِي تُورُونَ ٧١
📖 Hiikkaa
Aayah 71
Mee waa’ee ibidda qabsiifattanii san naaf himaa
أَأَنتُمْ أَنشَأْتُمْ شَجَرَتَهَا أَمْ نَحْنُ الْمُنشِئُونَ ٧٢
📖 Hiikkaa
Aayah 72
Sila muka ishee isintu biqilchee? Moo Nutu biqilchoo dha
نَحْنُ جَعَلْنَاهَا تَذْكِرَةً وَمَتَاعًا لِّلْمُقْوِينَ ٧٣
📖 Hiikkaa
Aayah 73
Nuti ibidda kana gorsaafi qananii imaltoonni itti fayyadaman ishee goone
وَإِنَّهُ لَقَسَمٌ لَّوْ تَعْلَمُونَ عَظِيمٌ ٧٦
📖 Hiikkaa
Aayah 76
Inni dhugumatti, odoo kan beektan ta’ee kakuu guddaadha
لَّا يَمَسُّهُ إِلَّا الْمُطَهَّرُونَ ٧٩
📖 Hiikkaa
Aayah 79
Warra qulqulluu malee (eenyulleen) isa hin tuqu
أَفَبِهَٰذَا الْحَدِيثِ أَنتُم مُّدْهِنُونَ ٨١
📖 Hiikkaa
Aayah 81
Sila haasa’a kanaa kan isin laaffiftan
وَتَجْعَلُونَ رِزْقَكُمْ أَنَّكُمْ تُكَذِّبُونَ ٨٢
📖 Hiikkaa
Aayah 82
(Galata) rizqii (rooba) keessanii kijibsiisuu gootanii
فَلَوْلَا إِذَا بَلَغَتِ الْحُلْقُومَ ٨٣
📖 Hiikkaa
Aayah 83
Yeroo (lubbuun) kokkee geesse, (maaliif hin deebiftanuu)
وَنَحْنُ أَقْرَبُ إِلَيْهِ مِنكُمْ وَلَٰكِن لَّا تُبْصِرُونَ ٨٥
📖 Hiikkaa
Aayah 85
Isin hin argitan malee Nuti isin caalaa gara isaatti dhihoo jirra
فَلَوْلَا إِن كُنتُمْ غَيْرَ مَدِينِينَ ٨٦
📖 Hiikkaa
Aayah 86
Yoo (kaafamtanii) kan galata hin galfamne taatan (lubbuu san deebisaa)
تَرْجِعُونَهَا إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ ٨٧
📖 Hiikkaa
Aayah 87
Yoo kan dhugaa dubbattan taatan maaliif hin deebiftanu
فَأَمَّا إِن كَانَ مِنَ الْمُقَرَّبِينَ ٨٨
📖 Hiikkaa
Aayah 88
Yoo inni (namni du’e sun) namoota Rabbitti dhiyeeffaman irraa ta’e
فَرَوْحٌ وَرَيْحَانٌ وَجَنَّتُ نَعِيمٍ ٨٩
📖 Hiikkaa
Aayah 89
(Isaaf) haara galfii, gammachuufi jannata qananiitu jira
وَأَمَّا إِن كَانَ مِنْ أَصْحَابِ الْيَمِينِ ٩٠
📖 Hiikkaa
Aayah 90
Yoo inni warra mirgaa irraa ta’e immoo
فَسَلَامٌ لَّكَ مِنْ أَصْحَابِ الْيَمِينِ ٩١
📖 Hiikkaa
Aayah 91
Warra mirgaa irraa waan taateef nagaan siif haa jiraatu” (isaan jedhama)
وَأَمَّا إِن كَانَ مِنَ الْمُكَذِّبِينَ الضَّالِّينَ ٩٢
📖 Hiikkaa
Aayah 92
Yoo sobsiiftota jallattoota irraa ta’e immoo
إِنَّ هَٰذَا لَهُوَ حَقُّ الْيَقِينِ ٩٥
📖 Hiikkaa
Aayah 95
Dhugumatti, inni (wanti suuraan ibsite) kun haqa mirkanaa’aadha
فَسَبِّحْ بِاسْمِ رَبِّكَ الْعَظِيمِ ٩٦
📖 Hiikkaa
Aayah 96
Maqaa Gooftaa kee guddaa ta’ee faarsi (qulqulleessi)
Dubbisi Suuratu Al-Waqi'ah Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers

