Suuratu Ar-Rahman Arabiffaa fi Oromoo
Suuratu Ar-Rahman hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (78 Aayah — مدنية). Ar-Rahman Caqasi, Ar-Rahman Hiikkaa, Ar-Rahman mp3, Ar-Rahman pdf.Suuratu Ar-Rahman Dubbisi fi Caqasi
🎧 Aayah
M
Mishary Rashid Alafasy
✓
Mishary Rashid Alafasy
✓
M
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
A
Abdurrahman As-Sudais
✓
Abdurrahman As-Sudais
✓
M
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
A
Abdul Basit Abdul Samad
✓
Abdul Basit Abdul Samad
✓
A
Ali Al-Hudhaify
✓
Ali Al-Hudhaify
✓
A
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
A
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
M
Muhammad Ayyoub
✓
Muhammad Ayyoub
✓
A
Abdullah Basfar
✓
Abdullah Basfar
✓
A
Abdullah Al-Juhani
✓
Abdullah Al-Juhani
✓
M
Maher Al Muaiqly
✓
Maher Al Muaiqly
✓
—
x1
وَالسَّمَاءَ رَفَعَهَا وَوَضَعَ الْمِيزَانَ ٧
📖 Hiikkaa
Aayah 7
Samii ol ishee fuudhe; madaalas ni kaaye
أَلَّا تَطْغَوْا فِي الْمِيزَانِ ٨
📖 Hiikkaa
Aayah 8
Akka isin madaala keessatti daangaa hin dabrineef jecha
وَأَقِيمُوا الْوَزْنَ بِالْقِسْطِ وَلَا تُخْسِرُوا الْمِيزَانَ ٩
📖 Hiikkaa
Aayah 9
Madaala sirriitti qajeelchaa; madaala hin hir’isinaa
فِيهَا فَاكِهَةٌ وَالنَّخْلُ ذَاتُ الْأَكْمَامِ ١١
📖 Hiikkaa
Aayah 11
Ishee keessatti fuduraaleefi mukkeen temiraa kan qolola (qola) habaaboo qabantu jira
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ١٣
📖 Hiikkaa
Aayah 13
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
خَلَقَ الْإِنسَانَ مِن صَلْصَالٍ كَالْفَخَّارِ ١٤
📖 Hiikkaa
Aayah 14
(Rabbiin) ilma namaa dhoqqee akka okkoteetti iyyu (suphee) irraa uume
وَخَلَقَ الْجَانَّ مِن مَّارِجٍ مِّن نَّارٍ ١٥
📖 Hiikkaa
Aayah 15
Sheyxaana immoo boba’aa ibiddaa kan aara hin qabne irraa uume
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ١٦
📖 Hiikkaa
Aayah 16
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
رَبُّ الْمَشْرِقَيْنِ وَرَبُّ الْمَغْرِبَيْنِ ١٧
📖 Hiikkaa
Aayah 17
(Rabbiin) Gooftaa baha lamaaniifi Gooftaa dhiha lamaaniiti
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ١٨
📖 Hiikkaa
Aayah 18
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
مَرَجَ الْبَحْرَيْنِ يَلْتَقِيَانِ ١٩
📖 Hiikkaa
Aayah 19
Galaanota lamaan kan wal qunnaman taasisee gadi lakkise
بَيْنَهُمَا بَرْزَخٌ لَّا يَبْغِيَانِ ٢٠
📖 Hiikkaa
Aayah 20
Gidduu isaanii dahootu jira; walitti hin makamanu
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٢١
📖 Hiikkaa
Aayah 21
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
يَخْرُجُ مِنْهُمَا اللُّؤْلُؤُ وَالْمَرْجَانُ ٢٢
📖 Hiikkaa
Aayah 22
Isaan lamaan irraayyuu faayaafi burjaanaatu baha
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٢٣
📖 Hiikkaa
Aayah 23
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
وَلَهُ الْجَوَارِ الْمُنشَآتُ فِي الْبَحْرِ كَالْأَعْلَامِ ٢٤
📖 Hiikkaa
Aayah 24
Dooniiwwan tolfaman kan akka gaarreenii galaana keessa yaa’an kan Isaati
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٢٥
📖 Hiikkaa
Aayah 25
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
وَيَبْقَىٰ وَجْهُ رَبِّكَ ذُو الْجَلَالِ وَالْإِكْرَامِ ٢٧
📖 Hiikkaa
Aayah 27
Fuula Gooftaa keetii, kan guddinaafi ulfinaatu hafa
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٢٨
📖 Hiikkaa
Aayah 28
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
يَسْأَلُهُ مَن فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۚ كُلَّ يَوْمٍ هُوَ فِي شَأْنٍ ٢٩
📖 Hiikkaa
Aayah 29
Wanti samiifi dachii keessa jiru hundi Isa kadhataGuyyaa hunda Inni hojiitti jira
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٣٠
📖 Hiikkaa
Aayah 30
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
سَنَفْرُغُ لَكُمْ أَيُّهَ الثَّقَلَانِ ٣١
📖 Hiikkaa
Aayah 31
Yaa ulfaattota lamaanii (jinniifi namaa) fuulduratti isiniif raawwanna
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٣٢
📖 Hiikkaa
Aayah 32
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
يَا مَعْشَرَ الْجِنِّ وَالْإِنسِ إِنِ اسْتَطَعْتُمْ أَن تَنفُذُوا مِنْ أَقْطَارِ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ فَانفُذُوا ۚ لَا تَنفُذُونَ إِلَّا بِسُلْطَانٍ ٣٣
📖 Hiikkaa
Aayah 33
Yaa garee jinniifi namaa! Yoo moggaawwan samiifi dachii qaxxaamuruu dandeessan, qaxxaamuraaDandeettiin malee hin qaxxaamurtan
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٣٤
📖 Hiikkaa
Aayah 34
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
يُرْسَلُ عَلَيْكُمَا شُوَاظٌ مِّن نَّارٍ وَنُحَاسٌ فَلَا تَنتَصِرَانِ ٣٥
📖 Hiikkaa
Aayah 35
Isin lamaan irratti boba’aa Ibidda irraa ta’eefi sibiila baqetu ergamaErgasii of irraa dhorguu hin dandeessanu
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٣٦
📖 Hiikkaa
Aayah 36
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
فَإِذَا انشَقَّتِ السَّمَاءُ فَكَانَتْ وَرْدَةً كَالدِّهَانِ ٣٧
📖 Hiikkaa
Aayah 37
Yeroo samiin dhodhootee diimtuu akka dhadhaa taate
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٣٨
📖 Hiikkaa
Aayah 38
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
فَيَوْمَئِذٍ لَّا يُسْأَلُ عَن ذَنبِهِ إِنسٌ وَلَا جَانٌّ ٣٩
📖 Hiikkaa
Aayah 39
Ilmi namaas ta’ee jinniin guyyaa san dilii isaa irraa hin gaafatamu
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٤٠
📖 Hiikkaa
Aayah 40
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
يُعْرَفُ الْمُجْرِمُونَ بِسِيمَاهُمْ فَيُؤْخَذُ بِالنَّوَاصِي وَالْأَقْدَامِ ٤١
📖 Hiikkaa
Aayah 41
Yakkamtoonni mallattoo isaaniitiin beekamuSammuufi miila ni qabamu
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٤٢
📖 Hiikkaa
Aayah 42
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
هَٰذِهِ جَهَنَّمُ الَّتِي يُكَذِّبُ بِهَا الْمُجْرِمُونَ ٤٣
📖 Hiikkaa
Aayah 43
“Kun jahannam ishee yakkamtoonni sobsiisaa turaniidha” (jedhama)
يَطُوفُونَ بَيْنَهَا وَبَيْنَ حَمِيمٍ آنٍ ٤٤
📖 Hiikkaa
Aayah 44
Gidduu isheetiifi gidduu bishaan akkaan danfaa ta’ee naanna’u
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٤٥
📖 Hiikkaa
Aayah 45
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
وَلِمَنْ خَافَ مَقَامَ رَبِّهِ جَنَّتَانِ ٤٦
📖 Hiikkaa
Aayah 46
Nama fuulduree Gooftaa isaa dhaabbachuu sodaateef jannata lamatu jira
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٤٧
📖 Hiikkaa
Aayah 47
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٤٩
📖 Hiikkaa
Aayah 49
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٥١
📖 Hiikkaa
Aayah 51
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
فِيهِمَا مِن كُلِّ فَاكِهَةٍ زَوْجَانِ ٥٢
📖 Hiikkaa
Aayah 52
Isaan lamaan keessa fuduraalee hunda irraa cimdiitu jira
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٥٣
📖 Hiikkaa
Aayah 53
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
مُتَّكِئِينَ عَلَىٰ فُرُشٍ بَطَائِنُهَا مِنْ إِسْتَبْرَقٍ ۚ وَجَنَى الْجَنَّتَيْنِ دَانٍ ٥٤
📖 Hiikkaa
Aayah 54
Afata hariira furdaan guutame irratti hirkatanii taa’uFuduraaleen jannata lamaanii dhihoodha
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٥٥
📖 Hiikkaa
Aayah 55
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
فِيهِنَّ قَاصِرَاتُ الطَّرْفِ لَمْ يَطْمِثْهُنَّ إِنسٌ قَبْلَهُمْ وَلَا جَانٌّ ٥٦
📖 Hiikkaa
Aayah 56
Isaan keessa (dubartoota bareeda) ija isaanii dhirsa isaanii irratti gabaabsan, kan san dura namniifi jinniin hin tuqintu jira
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٥٧
📖 Hiikkaa
Aayah 57
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٥٩
📖 Hiikkaa
Aayah 59
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
هَلْ جَزَاءُ الْإِحْسَانِ إِلَّا الْإِحْسَانُ ٦٠
📖 Hiikkaa
Aayah 60
Sila mindaan toltuu toltuu malee ni jiraa
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٦١
📖 Hiikkaa
Aayah 61
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٦٣
📖 Hiikkaa
Aayah 63
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٦٥
📖 Hiikkaa
Aayah 65
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
فِيهِمَا عَيْنَانِ نَضَّاخَتَانِ ٦٦
📖 Hiikkaa
Aayah 66
Isaan lamaan keessa burqituuwwan dhangala’an lamatu jiru
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٦٧
📖 Hiikkaa
Aayah 67
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
فِيهِمَا فَاكِهَةٌ وَنَخْلٌ وَرُمَّانٌ ٦٨
📖 Hiikkaa
Aayah 68
Isaan lamaan keessa fuduraalee, timiraafi rummaanatu jira
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٦٩
📖 Hiikkaa
Aayah 69
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٧١
📖 Hiikkaa
Aayah 71
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
حُورٌ مَّقْصُورَاتٌ فِي الْخِيَامِ ٧٢
📖 Hiikkaa
Aayah 72
Dubartoota manneen keessatti (dhirsa irratti) gabaabfamantu jiru
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٧٣
📖 Hiikkaa
Aayah 73
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
لَمْ يَطْمِثْهُنَّ إِنسٌ قَبْلَهُمْ وَلَا جَانٌّ ٧٤
📖 Hiikkaa
Aayah 74
Isaan dura namaafi jinniinis hin tuqne
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٧٥
📖 Hiikkaa
Aayah 75
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
مُتَّكِئِينَ عَلَىٰ رَفْرَفٍ خُضْرٍ وَعَبْقَرِيٍّ حِسَانٍ ٧٦
📖 Hiikkaa
Aayah 76
Afata magariisaafi boraatiiwwan babbareedoo irra hirkatanii taa’u
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٧٧
📖 Hiikkaa
Aayah 77
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
تَبَارَكَ اسْمُ رَبِّكَ ذِي الْجَلَالِ وَالْإِكْرَامِ ٧٨
📖 Hiikkaa
Aayah 78
Maqaan Gooftaa keetii, abbaa guddinnaafi ulfinaa guddate
Dubbisi Suuratu Ar-Rahman Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers