Suuratu Al-Falaq Arabiffaa fi Oromoo

Suuratu Al-Falaq hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (5 Aayah — مكية). Al-Falaq Caqasi, Al-Falaq Hiikkaa, Al-Falaq mp3, Al-Falaq pdf.

Suuratu Al-Falaq Dubbisi fi Caqasi

🎧 Aayah
M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
—
x1
bismillah
قُلْ أَعُوذُ بِرَبِّ الْفَلَقِ ۝١
📖 Hiikkaa Aayah 1
Jedhi: "Gooftaa bariittin maganfadha
مِن شَرِّ مَا خَلَقَ ۝٢
📖 Hiikkaa Aayah 2
Hamtuu waan Inni uumee irraa
وَمِن شَرِّ غَاسِقٍ إِذَا وَقَبَ ۝٣
📖 Hiikkaa Aayah 3
Hamtuu dukkanaa yeroo dukkanaa’e irraas
وَمِن شَرِّ النَّفَّاثَاتِ فِي الْعُقَدِ ۝٤
📖 Hiikkaa Aayah 4
Hamtuu guduunfaa keessatti tuftu irraas
وَمِن شَرِّ حَاسِدٍ إِذَا حَسَدَ ۝٥
📖 Hiikkaa Aayah 5
Hamtuu haasidii yeroo inni hassadu (waanyu) irraas (Rabbittin maganfadha).”
← 112 Al-Falaq (113/114) 114 →
Dubbisi Suuratu Al-Falaq Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee

113الفلق Al-Falaq 📚 5 Aayah مكية



Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers