Suuratu An-Nas Arabiffaa fi Oromoo

Suuratu An-Nas hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (6 Aayah — مكية). An-Nas Caqasi, An-Nas Hiikkaa, An-Nas mp3, An-Nas pdf.

Suuratu An-Nas Dubbisi fi Caqasi

🎧 Aayah
M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
—
x1
bismillah
قُلْ أَعُوذُ بِرَبِّ النَّاسِ ۝١
📖 Hiikkaa Aayah 1
Jedhi: "Gooftaa namaattin maganfadha
مَلِكِ النَّاسِ ۝٢
📖 Hiikkaa Aayah 2
Mootii namaatti
إِلَٰهِ النَّاسِ ۝٣
📖 Hiikkaa Aayah 3
Gabbaramaa namaatti
مِن شَرِّ الْوَسْوَاسِ الْخَنَّاسِ ۝٤
📖 Hiikkaa Aayah 4
Hamtuu waswaasii dhokatuufi mul’atuu irraa
الَّذِي يُوَسْوِسُ فِي صُدُورِ النَّاسِ ۝٥
📖 Hiikkaa Aayah 5
Isa qoma namaa keessa waswaasu irraa
مِنَ الْجِنَّةِ وَالنَّاسِ ۝٦
📖 Hiikkaa Aayah 6
Jinniifi nama irraa kan ta’e (irraan maganfadha).”
← 113 An-Nas (114/114)
Dubbisi Suuratu An-Nas Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee

114الناس An-Nas 📚 6 Aayah مكية



Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers