Suuratu Al-Mulk Arabiffaa fi Oromoo
Suuratu Al-Mulk hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (30 Aayah — مكية). Al-Mulk Caqasi, Al-Mulk Hiikkaa, Al-Mulk mp3, Al-Mulk pdf.Suuratu Al-Mulk Dubbisi fi Caqasi
🎧 Aayah
M
Mishary Rashid Alafasy
✓
Mishary Rashid Alafasy
✓
M
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
A
Abdurrahman As-Sudais
✓
Abdurrahman As-Sudais
✓
M
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
A
Abdul Basit Abdul Samad
✓
Abdul Basit Abdul Samad
✓
A
Ali Al-Hudhaify
✓
Ali Al-Hudhaify
✓
A
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
A
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
M
Muhammad Ayyoub
✓
Muhammad Ayyoub
✓
A
Abdullah Basfar
✓
Abdullah Basfar
✓
A
Abdullah Al-Juhani
✓
Abdullah Al-Juhani
✓
M
Maher Al Muaiqly
✓
Maher Al Muaiqly
✓
—
x1
تَبَارَكَ الَّذِي بِيَدِهِ الْمُلْكُ وَهُوَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ ١
📖 Hiikkaa
Aayah 1
(Rabbiin) Inni mootummaan waan hundaa harka Isaa jiru tolli isaa baayateInni waan hunda irratti dandaaadha
الَّذِي خَلَقَ الْمَوْتَ وَالْحَيَاةَ لِيَبْلُوَكُمْ أَيُّكُمْ أَحْسَنُ عَمَلًا ۚ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْغَفُورُ ٢
📖 Hiikkaa
Aayah 2
(Rabbiin) Isa eenyuu keessantu irra toltuu akka hojjatu isin qoruuf jecha duaafi jireenya uumeedhaInnis injifataa, araaramaadha
الَّذِي خَلَقَ سَبْعَ سَمَاوَاتٍ طِبَاقًا ۖ مَّا تَرَىٰ فِي خَلْقِ الرَّحْمَٰنِ مِن تَفَاوُتٍ ۖ فَارْجِعِ الْبَصَرَ هَلْ تَرَىٰ مِن فُطُورٍ ٣
📖 Hiikkaa
Aayah 3
(Rabbiin) Isa samii torba wal jalaa gubbaan uumeedha; uumaa Rahmaan keessatti wal dhabbii irraa homaa hin argituMee agartuu kee (gara samii) deebisii dhoohaa irraa waan tae ni argitaa
ثُمَّ ارْجِعِ الْبَصَرَ كَرَّتَيْنِ يَنقَلِبْ إِلَيْكَ الْبَصَرُ خَاسِئًا وَهُوَ حَسِيرٌ ٤
📖 Hiikkaa
Aayah 4
Ergasii yeroo baayee ija deddeebisi; ijji (kee) hoongaaa dadhabaa taee gara kee deebia
وَلَقَدْ زَيَّنَّا السَّمَاءَ الدُّنْيَا بِمَصَابِيحَ وَجَعَلْنَاهَا رُجُومًا لِّلشَّيَاطِينِ ۖ وَأَعْتَدْنَا لَهُمْ عَذَابَ السَّعِيرِ ٥
📖 Hiikkaa
Aayah 5
Dhugumatti, samii addunyaa ibsaawwaniin (urjiiwwaniin) miidhagsineerraSheyxaanotaafis furguuggee ishee gooneIsaaniifis adabbii ibidda bobaaa qopheessineerra
وَلِلَّذِينَ كَفَرُوا بِرَبِّهِمْ عَذَابُ جَهَنَّمَ ۖ وَبِئْسَ الْمَصِيرُ ٦
📖 Hiikkaa
Aayah 6
Isaan Gooftaa isaaniitti kafaraniifis adabbii jahannamtu jiraDeebi’ichis waa fokkate
إِذَا أُلْقُوا فِيهَا سَمِعُوا لَهَا شَهِيقًا وَهِيَ تَفُورُ ٧
📖 Hiikkaa
Aayah 7
Yeroo ishee keessatti darbamanis haala isheen danfuutti jirtuun isheedhaaf (sagalee akka) halaaka harree dhagau
تَكَادُ تَمَيَّزُ مِنَ الْغَيْظِ ۖ كُلَّمَا أُلْقِيَ فِيهَا فَوْجٌ سَأَلَهُمْ خَزَنَتُهَا أَلَمْ يَأْتِكُمْ نَذِيرٌ ٨
📖 Hiikkaa
Aayah 8
Dallansuu irraa kan kae ciccituutti dhihaatti; dhawaata gareen wahii ishee keessatti darbamuun waardiyyaan ishee "sila akeekkachiisaan (nabiyyiin) isinitti hin dhufnee?" (jechuun) isaan gaafata
قَالُوا بَلَىٰ قَدْ جَاءَنَا نَذِيرٌ فَكَذَّبْنَا وَقُلْنَا مَا نَزَّلَ اللَّهُ مِن شَيْءٍ إِنْ أَنتُمْ إِلَّا فِي ضَلَالٍ كَبِيرٍ ٩
📖 Hiikkaa
Aayah 9
Eeyyeen; dhugumatti akeekkachiisaan nutti dhufeera; sobsiifneeti Rabbiin homaa hin buufne; isin jallina guddaa keessa jirtu jenneen" jedhu
وَقَالُوا لَوْ كُنَّا نَسْمَعُ أَوْ نَعْقِلُ مَا كُنَّا فِي أَصْحَابِ السَّعِيرِ ١٠
📖 Hiikkaa
Aayah 10
Odoo kan dhageenyu yookiin kan xiinxallu taanee, silaa warra ibidda bobaaa keessaa hin taanu turre" jedhan
فَاعْتَرَفُوا بِذَنبِهِمْ فَسُحْقًا لِّأَصْحَابِ السَّعِيرِ ١١
📖 Hiikkaa
Aayah 11
Dilii isaaniis ni amananWarra ibidda bobaaatiifis (rahmata Rabbii irraa) fagaachuun haa jiraatu
إِنَّ الَّذِينَ يَخْشَوْنَ رَبَّهُم بِالْغَيْبِ لَهُم مَّغْفِرَةٌ وَأَجْرٌ كَبِيرٌ ١٢
📖 Hiikkaa
Aayah 12
Dhugumatti, warra Gooftaa isaanii fagootti sodaataniif araaramaafi mindaa guddaatu isaaniif jira
وَأَسِرُّوا قَوْلَكُمْ أَوِ اجْهَرُوا بِهِ ۖ إِنَّهُ عَلِيمٌ بِذَاتِ الصُّدُورِ ١٣
📖 Hiikkaa
Aayah 13
Haasaa keessan gadi qabaa yookiin immoo ol qabaa; Inni beekaa waan qoma keessaati
أَلَا يَعْلَمُ مَنْ خَلَقَ وَهُوَ اللَّطِيفُ الْخَبِيرُ ١٤
📖 Hiikkaa
Aayah 14
Sila Inni (iccitii) uumee keessa argaafi beekaa tae, (iccitii isaanii) hin beekuu
هُوَ الَّذِي جَعَلَ لَكُمُ الْأَرْضَ ذَلُولًا فَامْشُوا فِي مَنَاكِبِهَا وَكُلُوا مِن رِّزْقِهِ ۖ وَإِلَيْهِ النُّشُورُ ١٥
📖 Hiikkaa
Aayah 15
Inni Isa dachii laaffifamtuu isiniif godheedha; naannoo ishee keessa deemaatii soorata Isaa irraas nyaadhaaDeebiinis garuma Isaatti
أَأَمِنتُم مَّن فِي السَّمَاءِ أَن يَخْسِفَ بِكُمُ الْأَرْضَ فَإِذَا هِيَ تَمُورُ ١٦
📖 Hiikkaa
Aayah 16
Sila Inni samii olii, dachii isiniin kunnaan, achumaan isheen socho’uu of ni amantuu
أَمْ أَمِنتُم مَّن فِي السَّمَاءِ أَن يُرْسِلَ عَلَيْكُمْ حَاصِبًا ۖ فَسَتَعْلَمُونَ كَيْفَ نَذِيرِ ١٧
📖 Hiikkaa
Aayah 17
Yookiin immoo Inni samii olii bubbee cirracha qabu isin irratti erguu ni amantuu? Akeekkachiisni Kiyya akkam akka tae beekuuf jirtu
وَلَقَدْ كَذَّبَ الَّذِينَ مِن قَبْلِهِمْ فَكَيْفَ كَانَ نَكِيرِ ١٨
📖 Hiikkaa
Aayah 18
Dhugumatti, warri isaaniin duraas sobsiisaniiru; (adabbiin) Ana diduu akkam tureree
أَوَلَمْ يَرَوْا إِلَى الطَّيْرِ فَوْقَهُمْ صَافَّاتٍ وَيَقْبِضْنَ ۚ مَا يُمْسِكُهُنَّ إِلَّا الرَّحْمَٰنُ ۚ إِنَّهُ بِكُلِّ شَيْءٍ بَصِيرٌ ١٩
📖 Hiikkaa
Aayah 19
Sila gara simbirroota gubbaa isaaniitti koola (qoochoo) isaanii babalisanii walitti dachaasanii hin ilaalanuu? Rahmaaniin malee homtuu isaan hin qabuDhugumatti, Inni waan hunda argaadha
أَمَّنْ هَٰذَا الَّذِي هُوَ جُندٌ لَّكُمْ يَنصُرُكُم مِّن دُونِ الرَّحْمَٰنِ ۚ إِنِ الْكَافِرُونَ إِلَّا فِي غُرُورٍ ٢٠
📖 Hiikkaa
Aayah 20
Sila inni Rahmaaniin alatti humna waraanaa keessan taee isin tumsuu dandau eenyuma? Kaafiroonni gowwummaa keessa malee hin jiranu
أَمَّنْ هَٰذَا الَّذِي يَرْزُقُكُمْ إِنْ أَمْسَكَ رِزْقَهُ ۚ بَل لَّجُّوا فِي عُتُوٍّ وَنُفُورٍ ٢١
📖 Hiikkaa
Aayah 21
Odoo Inni soorata Isaa qabee, inni isin sooru eenyuma? Dhugumatti, isaan diddaafi (haqa) irraa baqachuu itti fufaniiru
أَفَمَن يَمْشِي مُكِبًّا عَلَىٰ وَجْهِهِ أَهْدَىٰ أَمَّن يَمْشِي سَوِيًّا عَلَىٰ صِرَاطٍ مُّسْتَقِيمٍ ٢٢
📖 Hiikkaa
Aayah 22
Sila nama fuula isaa irratti gonbifamee deemu moo isa dhaabbatee karaa qajeelaa irra deemutu caalaa qajeelaa dha
قُلْ هُوَ الَّذِي أَنشَأَكُمْ وَجَعَلَ لَكُمُ السَّمْعَ وَالْأَبْصَارَ وَالْأَفْئِدَةَ ۖ قَلِيلًا مَّا تَشْكُرُونَ ٢٣
📖 Hiikkaa
Aayah 23
Jedhi: "Inni Isa isin uumee dhageettii, agartuufi onnee isiniif godheedha; hangi isin galatoomfattan waa xiqqaate
قُلْ هُوَ الَّذِي ذَرَأَكُمْ فِي الْأَرْضِ وَإِلَيْهِ تُحْشَرُونَ ٢٤
📖 Hiikkaa
Aayah 24
Jedhi: "Inni Isa dachii keessa isin facaaseedha; garuma Isaatti oofamtus
وَيَقُولُونَ مَتَىٰ هَٰذَا الْوَعْدُ إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ ٢٥
📖 Hiikkaa
Aayah 25
Yoo kan dhugaa dubbattan taataniif, beellamni kun yoomi?" jedhu
قُلْ إِنَّمَا الْعِلْمُ عِندَ اللَّهِ وَإِنَّمَا أَنَا نَذِيرٌ مُّبِينٌ ٢٦
📖 Hiikkaa
Aayah 26
Jedhi: "Dhugumatti, beekumsi isaa Rabbiin bira qofa jiraAni immoo akeekkachiisaa ifa galaa qofa
فَلَمَّا رَأَوْهُ زُلْفَةً سِيئَتْ وُجُوهُ الَّذِينَ كَفَرُوا وَقِيلَ هَٰذَا الَّذِي كُنتُم بِهِ تَدَّعُونَ ٢٧
📖 Hiikkaa
Aayah 27
Yeroma dhihoo taee isa (beellamicha) argan fuulli warra kafaranii fokkatte"Inni kun isa waammataa turtanii dha" jedhame
قُلْ أَرَأَيْتُمْ إِنْ أَهْلَكَنِيَ اللَّهُ وَمَن مَّعِيَ أَوْ رَحِمَنَا فَمَن يُجِيرُ الْكَافِرِينَ مِنْ عَذَابٍ أَلِيمٍ ٢٨
📖 Hiikkaa
Aayah 28
Mee naaf himaa! yoo Rabbiin anaafi nama ana wajjin jiru balleesse yookiin rahmata nuuf godhe, namni kaafiroota adabbii laalessaa irraa baraaru eenyu?" jedhi
قُلْ هُوَ الرَّحْمَٰنُ آمَنَّا بِهِ وَعَلَيْهِ تَوَكَّلْنَا ۖ فَسَتَعْلَمُونَ مَنْ هُوَ فِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ ٢٩
📖 Hiikkaa
Aayah 29
Inni RahmaaniIsatti amanne; Isa irrattis hirkanneNamni jallina ifa tae keessa jiru eenyu akka tae beekuuf jirtu" jedhiin
قُلْ أَرَأَيْتُمْ إِنْ أَصْبَحَ مَاؤُكُمْ غَوْرًا فَمَن يَأْتِيكُم بِمَاءٍ مَّعِينٍ ٣٠
📖 Hiikkaa
Aayah 30
Jedhi: "Mee naaf himaa! odoo bishaan keessan dachii keessa gadi lixaa taee namni bishaan yaau isiniif fidu eenyu
Dubbisi Suuratu Al-Mulk Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers

