Suuratu Al-Qadr Arabiffaa fi Oromoo

Suuratu Al-Qadr hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (5 Aayah — مكية). Al-Qadr Caqasi, Al-Qadr Hiikkaa, Al-Qadr mp3, Al-Qadr pdf.

Suuratu Al-Qadr Dubbisi fi Caqasi

🎧 Aayah
M Mishary Rashid Alafasy
M Mahmoud Khalil Al-Husary
A Abdurrahman As-Sudais
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi
A Abdul Basit Abdul Samad
A Ali Al-Hudhaify
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy
A Abu Bakr Ash-Shaatree
M Muhammad Ayyoub
A Abdullah Basfar
A Abdullah Al-Juhani
M Maher Al Muaiqly
x1
إِنَّا أَنزَلْنَاهُ فِي لَيْلَةِ الْقَدْرِ ۝١
📖 Hiikkaa Aayah 1
Dhugumatti, Nuti halkan sadarkaa qabdu keessa isa (Quraana) buufne
وَمَا أَدْرَاكَ مَا لَيْلَةُ الْقَدْرِ ۝٢
📖 Hiikkaa Aayah 2
Halkan sadarkaa qabdu maal akka taate maaltu si beeksise
لَيْلَةُ الْقَدْرِ خَيْرٌ مِّنْ أَلْفِ شَهْرٍ ۝٣
📖 Hiikkaa Aayah 3
Halkan sadarkaa qabdu jia kumarra caalti
تَنَزَّلُ الْمَلَائِكَةُ وَالرُّوحُ فِيهَا بِإِذْنِ رَبِّهِم مِّن كُلِّ أَمْرٍ ۝٤
📖 Hiikkaa Aayah 4
Maleykonniifi Jibriil ishee keessa eeyyama Gooftaa isaaniitiin ajaja hundaan buu
سَلَامٌ هِيَ حَتَّىٰ مَطْلَعِ الْفَجْرِ ۝٥
📖 Hiikkaa Aayah 5
Isheen hanga baha fajriitti nagaadha
← 96 Al-Qadr (97/114) 98 →
Dubbisi Suuratu Al-Qadr Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee

97القدر Al-Qadr 📚 5 Aayah مكية

Aayah amma aayah – Suuratu Al-Qadr — 5 Aayah




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers