Suuratu Ad-Duha Arabiffaa fi Oromoo

Suuratu Ad-Duha hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (11 Aayah — مكية). Ad-Duha Caqasi, Ad-Duha Hiikkaa, Ad-Duha mp3, Ad-Duha pdf.

Suuratu Ad-Duha Dubbisi fi Caqasi

🎧 Aayah
M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
—
x1
bismillah
وَالضُّحَىٰ ۝١
📖 Hiikkaa Aayah 1
Waareenin (kakadha)
وَاللَّيْلِ إِذَا سَجَىٰ ۝٢
📖 Hiikkaa Aayah 2
Halkaniinis yeroo inni callise
مَا وَدَّعَكَ رَبُّكَ وَمَا قَلَىٰ ۝٣
📖 Hiikkaa Aayah 3
Gooftaan kee si hin dhiifne; si hin jibbines
وَلَلْآخِرَةُ خَيْرٌ لَّكَ مِنَ الْأُولَىٰ ۝٤
📖 Hiikkaa Aayah 4
Dhugumatti, Aakhiraatu addunyaa irra siif caala
وَلَسَوْفَ يُعْطِيكَ رَبُّكَ فَتَرْضَىٰ ۝٥
📖 Hiikkaa Aayah 5
Dhugumatti, Rabbiin kee fuula dura (kenna guddaa) siif kenna; ni jaallattas
أَلَمْ يَجِدْكَ يَتِيمًا فَآوَىٰ ۝٦
📖 Hiikkaa Aayah 6
Sila yatiima ta’uu si argee si hin hirkifnee
وَوَجَدَكَ ضَالًّا فَهَدَىٰ ۝٧
📖 Hiikkaa Aayah 7
Dogoggoraas ta’uu si argee si qajeelche
وَوَجَدَكَ عَائِلًا فَأَغْنَىٰ ۝٨
📖 Hiikkaa Aayah 8
Hiyyeessas taatee si argee si duroomse
فَأَمَّا الْيَتِيمَ فَلَا تَقْهَرْ ۝٩
📖 Hiikkaa Aayah 9
Yatiima hin hacuucin
وَأَمَّا السَّائِلَ فَلَا تَنْهَرْ ۝١٠
📖 Hiikkaa Aayah 10
Kadhataas hin ifatin
وَأَمَّا بِنِعْمَةِ رَبِّكَ فَحَدِّثْ ۝١١
📖 Hiikkaa Aayah 11
Niimaa (qananii) Gooftaa keetiis odeessi
← 92 Ad-Duha (93/114) 94 →
Dubbisi Suuratu Ad-Duha Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee

93الضحى Ad-Duha 📚 11 Aayah مكية



Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers