La sourate Al-Balad en Oromo
Biyya (Makkaa) kanaanin kakadha |
Ati biyyi kun (lolaan banuun) siif eeyyamamaadha |
Abbaafi waan inni dhaleenis (nan kakadha) |
Dhugumatti, Nuti nama cinqii[] keessatti uumne |
Sila inni tokkolleen[] isa irratti hin dandauu yaadaa |
“Qabeenya guddaan balleesse" jedha |
Sila inni tokkolleen isa hin arguu yaadaa |
Sila Nuti ija lama isaaf hin taasifnee |
Arrabaafi hidhii lamas |
Karaa lama (gaariifi badaa) isaaf ibsine |
Sila maaliif tulluu hin dabrine |
Tulluttiin maal akka taate maaltu si beeksise |
فَكُّ رَقَبَةٍ(13) (Inni) Gabra bilisoomsuudha |
Yookiin guyyaa beelaa keessa nyaachisuudha |
Yatiima fira ta’an |
Yookiin hiyyeessa harkaan lafa qabate (deege) |
ثُمَّ كَانَ مِنَ الَّذِينَ آمَنُوا وَتَوَاصَوْا بِالصَّبْرِ وَتَوَاصَوْا بِالْمَرْحَمَةِ(17) Ergasii warra amananii, obsa waliif dhaamaniifi rahmata waliif dhaaman irraa maaliif hin taane |
Isaan sun warra mirgaati |
وَالَّذِينَ كَفَرُوا بِآيَاتِنَا هُمْ أَصْحَابُ الْمَشْأَمَةِ(19) Isaan keeyyattoota keenyatti kafaran immoo isaan warra bitaati |
Isaan irratti ibiddi cufamtuudha |
Plus de sourates en Oromo :
Téléchargez la sourate avec la voix des récitants du Coran les plus célèbres :
Téléchargez le fichier mp3 de la sourate Al-Balad : choisissez le récitateur pour écouter et télécharger la sourate Al-Balad complète en haute qualité.















Donnez-nous une invitation valide