La sourate Ad-Dukhaan en Oromo
حم(1) Haa Miim |
Kitaaba addeessaa ta’eenin (kakadha) |
إِنَّا أَنزَلْنَاهُ فِي لَيْلَةٍ مُّبَارَكَةٍ ۚ إِنَّا كُنَّا مُنذِرِينَ(3) Nuti halkan barakeeffamtuu keessa isa buufneNuti dinniinoo taaneerra |
Ishee (halkanittii) keessa dhimmi murteeffame hundi adda baafama |
Adda baafaminsa nu biraa ta’e (ibsina)Nuti ergitoota taaneerra |
رَحْمَةً مِّن رَّبِّكَ ۚ إِنَّهُ هُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ(6) Rahmata Gooftaa kee irraa ta’eef (buufne)Inni Isumatu dhaga’aa, beekaadha |
رَبِّ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَا ۖ إِن كُنتُم مُّوقِنِينَ(7) (Rahmata) Gooftaa samii, dachiifi waan gidduu isaan lamaanii irraa ta’eetiYoo kan dhugoomsitan taataniif (kana hubadhaa) |
لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ يُحْيِي وَيُمِيتُ ۖ رَبُّكُمْ وَرَبُّ آبَائِكُمُ الْأَوَّلِينَ(8) Isa malee dhugaan gabbaramaan hin jiruNi jiraachisa; ni ajjeessas(Inni) Gooftaa keessaniifi Gooftaa abbootii keessan kan jalqabaati |
Dhugumatti isaan shakkii keessa taphatu |
فَارْتَقِبْ يَوْمَ تَأْتِي السَّمَاءُ بِدُخَانٍ مُّبِينٍ(10) Kanaafuu, guyyaa samiin aara ifa ba’aan dhuftu (waan isaan mudatu) eegi |
(Aarri kun) namoota haguugaKun adabbii laalessaadha |
(Kaafiroonni yeroo adabicha argan) “Gooftaa keenya! Adabicha nurraa kaasi nuti ni amannaa” (jedhu) |
أَنَّىٰ لَهُمُ الذِّكْرَىٰ وَقَدْ جَاءَهُمْ رَسُولٌ مُّبِينٌ(13) Odoo ergamaan ifa baasaan isaanitti dhufee jiruu, (erga adabaatii) gorfamuun akkamitti isaaniif jiraata |
Ergasii isa irraa gara galanii “(Inni) barsiifamaa maraatuudha” jedhan |
إِنَّا كَاشِفُو الْعَذَابِ قَلِيلًا ۚ إِنَّكُمْ عَائِدُونَ(15) Nuti yeroo gabaabaaf adabbii saaqoodha; Isin (kufriitti) deebi’oodha |
يَوْمَ نَبْطِشُ الْبَطْشَةَ الْكُبْرَىٰ إِنَّا مُنتَقِمُونَ(16) Guyyaa qabaa guddaa qabnu Nuti haaloo bahatoodha |
۞ وَلَقَدْ فَتَنَّا قَبْلَهُمْ قَوْمَ فِرْعَوْنَ وَجَاءَهُمْ رَسُولٌ كَرِيمٌ(17) Dhugumatti, Nuti isaan dura ummata Fir’awni mokkorree jirraErgamaan kabajamaanis isaanitti dhufe |
أَنْ أَدُّوا إِلَيَّ عِبَادَ اللَّهِ ۖ إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ(18) “Ani isiniif ergamaa amanamaadhaa, gabroota Rabbii gara kiyya kennaa!” jechuun (isaanitti dhufe) |
وَأَن لَّا تَعْلُوا عَلَى اللَّهِ ۖ إِنِّي آتِيكُم بِسُلْطَانٍ مُّبِينٍ(19) “Rabbi irratti hin booninaa; ani ragaa ifa ta’een isinitti dhufaadha” jachuunis |
“Ani akka dhagaan tumtanii nan ajjeefne Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessanittin maganfadhe |
Yoo naaf hin amanne narraa fagaadhaa.” |
Gooftaa isaa ni kadhate: “Isaan kun ummata yakkamtoota” (jedhe) |
(Rabbiin ni jedhe): “Gabroota kiyyaan halkaniin deemiDhugumatti isin hordofamtoota |
وَاتْرُكِ الْبَحْرَ رَهْوًا ۖ إِنَّهُمْ جُندٌ مُّغْرَقُونَ(24) Galaana akkuma banametti dhiisiDhugumatti, isaan garee bishaaniin dhidhimfamoodha.” |
Ashaakiltiifi burqituuwwan meeqaatama dhiisan |
Oyruufi iddoo jireenyaa gaggaariis |
Qananii ishee keessatti gammadaa turanis |
Akka kanatti ummata biraa ishee dhaalchifne |
فَمَا بَكَتْ عَلَيْهِمُ السَّمَاءُ وَالْأَرْضُ وَمَا كَانُوا مُنظَرِينَ(29) Samiifi dachiin isaan irratti hin boonye; kan tursiifanis hin turre |
وَلَقَدْ نَجَّيْنَا بَنِي إِسْرَائِيلَ مِنَ الْعَذَابِ الْمُهِينِ(30) Dhugumatti, Ilmaan Israa’iil adabbii salphisaa irraa nagaya baafne |
مِن فِرْعَوْنَ ۚ إِنَّهُ كَانَ عَالِيًا مِّنَ الْمُسْرِفِينَ(31) Fir’awni irraa (ni baraarsine)Inni boonaa, daangaa dabraa irraa ta’eera |
وَلَقَدِ اخْتَرْنَاهُمْ عَلَىٰ عِلْمٍ عَلَى الْعَالَمِينَ(32) Nuti beekumsaan aalama hunda irra isaan filanne |
وَآتَيْنَاهُم مِّنَ الْآيَاتِ مَا فِيهِ بَلَاءٌ مُّبِينٌ(33) Raajiiwwan irraas waan mokkorriin ifa ta’e isa keessa jiru isaaniif kennine |
Dhugumatti, isaan kun (Qureeyshonni) ni jedhu |
إِنْ هِيَ إِلَّا مَوْتَتُنَا الْأُولَىٰ وَمَا نَحْنُ بِمُنشَرِينَ(35) “Du’a keenya kan jalqabaa malee isheen (biraa) hin jirtuNuti (kana booda) hin kaafamnu |
Yoo warra dhugaa dubbatu taataniif, abbootii keenya fidaa.” |
Sila isaantu caala moo ummata Tubba’iifi warra isaan duraati? Isaan yakkamtoota taanaan isaan balleessine |
وَمَا خَلَقْنَا السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ وَمَا بَيْنَهُمَا لَاعِبِينَ(38) Samii, dachiifi waan isaan lamaan gidduu jirus taphatoo taanee hin uumne |
مَا خَلَقْنَاهُمَا إِلَّا بِالْحَقِّ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَهُمْ لَا يَعْلَمُونَ(39) Dhugaan malee isaan lachan hin uumneGaruu irra hedduun isaanii hin beekanu |
Dhugumatti, Guyyaan murtii beellama isaan hundaati |
يَوْمَ لَا يُغْنِي مَوْلًى عَن مَّوْلًى شَيْئًا وَلَا هُمْ يُنصَرُونَ(41) Guyyaa jaalalleen jaalallee irraa homaa hin deebifne, kan isaanis (kaafiroonnis) hin tumsamneedha |
إِلَّا مَن رَّحِمَ اللَّهُ ۚ إِنَّهُ هُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ(42) Nama Rabbiin rahmata godheef maleeInni Isumatu injifataa, rahmata godhaadha |
Dhugumatti, mukni ‘Zaqquum’ |
Nyaata dilaawaati |
Akka cumaa (siicoo) zaytiitti garaa keessatti danfa |
Akka danfuu bishaan ho’aatti |
(Ni jedhama): “Isa qabaatii gara walakkaa ibidda boba’aa harkisaa |
Ergasii mataa isaa gubbaatti adabbii bishaan danfaa irraa ta’e dhangalaasaa |
Dhandhami; dhugumatti, ati simatu cimaa, arjaa (of fakkeessuu) turtee |
Inni kun waan isa mamaa turtan sani” (isaaniin jedhama) |
Warri Rabbiin sodaatan iddoo nagayaa keessa |
Ashaakiltiifi burqituuwwan keessa |
Walitti gara galoo ta’anii (uffata) hariira haphiifi hariira furdaa irraa ta’e uffatu |
Akkuma kana dubra adaadii ija babala’aa isaan fuusifne |
Achi keessattis nagaa ta’anii fuduraalee hunda waammatu |
لَا يَذُوقُونَ فِيهَا الْمَوْتَ إِلَّا الْمَوْتَةَ الْأُولَىٰ ۖ وَوَقَاهُمْ عَذَابَ الْجَحِيمِ(56) Ishee keessatti du’a jalqabaa malee du’a hin dhandhamanRabbiin adabbii ibidda boba’aa irraa isaan tikse |
فَضْلًا مِّن رَّبِّكَ ۚ ذَٰلِكَ هُوَ الْفَوْزُ الْعَظِيمُ(57) Tola Gooftaa kee irraa ta’eefSun isumatu milkii guddaadha |
فَإِنَّمَا يَسَّرْنَاهُ بِلِسَانِكَ لَعَلَّهُمْ يَتَذَكَّرُونَ(58) Akka gorfamaniif jacha isa (Qur’aana) arraba keetti laaffifne |
(Waan isaan mudatu) eegi; isaanis eegoodha |
Plus de sourates en Oromo :
Téléchargez la sourate avec la voix des récitants du Coran les plus célèbres :
Téléchargez le fichier mp3 de la sourate Ad-Dukhaan : choisissez le récitateur pour écouter et télécharger la sourate Ad-Dukhaan complète en haute qualité.
![surah Ad-Dukhaan Ahmed El Agamy mp3 surah Ad-Dukhaan Ahmed El Agamy](https://i.pinimg.com/564x/b1/9f/03/b19f03a9f2f09c46afbfd4f03727aee7.jpg)
![surah Ad-Dukhaan Bandar Balila mp3 surah Ad-Dukhaan Bandar Balila](https://i.pinimg.com/564x/3e/27/fa/3e27fa5bbbd4d19ee2f4b4975224913e.jpg)
![surah Ad-Dukhaan Khalid Al Jalil mp3 surah Ad-Dukhaan Khalid Al Jalil](https://i.pinimg.com/564x/9b/26/36/9b2636f5bbf7ef72abdb817018e96a4d.jpg)
![surah Ad-Dukhaan Saad Al Ghamdi mp3 surah Ad-Dukhaan Saad Al Ghamdi](https://i.pinimg.com/564x/85/27/cf/8527cf694f379425e43b9a4fe54b6cfb.jpg)
![surah Ad-Dukhaan Saud Al Shuraim mp3 surah Ad-Dukhaan Saud Al Shuraim](https://i.pinimg.com/564x/ad/79/67/ad79679d76062df7166c6e2f52d397d6.jpg)
![surah Ad-Dukhaan Abdul Basit Abdul Samad mp3 surah Ad-Dukhaan Abdul Basit Abdul Samad](https://i.pinimg.com/564x/52/95/ae/5295ae7c08e4ebdc7eda3ddb5c6c0a19.jpg)
![surah Ad-Dukhaan Abdul Rashid Sufi mp3 surah Ad-Dukhaan Abdul Rashid Sufi](https://i.pinimg.com/564x/80/56/ee/8056ee030160e5c7216811b7b209343c.jpg)
![surah Ad-Dukhaan Abdullah Basfar mp3 surah Ad-Dukhaan Abdullah Basfar](https://i.pinimg.com/236x/f5/7b/a1/f57ba14ba4844cee88cdf7cfb2b06510.jpg)
![surah Ad-Dukhaan Abdullah Awwad Al Juhani mp3 surah Ad-Dukhaan Abdullah Awwad Al Juhani](https://i.pinimg.com/564x/aa/4d/0b/aa4d0b16c5fbc41efcd692947a4d75ad.jpg)
![surah Ad-Dukhaan Fares Abbad mp3 surah Ad-Dukhaan Fares Abbad](https://s-media-cache-ak0.pinimg.com/564x/2b/28/ae/2b28aef3f9678b7cd89315d5ffceba2f.jpg)
![surah Ad-Dukhaan Maher Al Muaiqly mp3 surah Ad-Dukhaan Maher Al Muaiqly](https://s-media-cache-ak0.pinimg.com/564x/ab/cc/99/abcc9949d0419ef1f0963a54aef06397.jpg)
![surah Ad-Dukhaan Al Minshawi mp3 surah Ad-Dukhaan Muhammad Siddiq Al Minshawi](https://i.pinimg.com/564x/21/76/8d/21768d297bd3460f7339b7b755f53d03.jpg)
![surah Ad-Dukhaan Mahmoud Khalil Al Hosary mp3 surah Ad-Dukhaan Al Hosary](https://i.pinimg.com/564x/3f/da/7e/3fda7ed5056347e700cac64d07e164c3.jpg)
![surah Ad-Dukhaan Mishari Al-afasi mp3 surah Ad-Dukhaan Al-afasi](https://i.pinimg.com/564x/0a/40/9e/0a409ef09a55700877c20d7195fe9126.jpg)
![surah Ad-Dukhaan Yasser Al Dosari mp3 surah Ad-Dukhaan Yasser Al Dosari](https://s-media-cache-ak0.pinimg.com/564x/32/3e/17/323e173f4833680898f51240bedd4973.jpg)
Donnez-nous une invitation valide