🔥 0 day streak
📖 Long surah — split into smaller parts to help you focus (96 Aayah)
📚 All Surahs
30%
🎤 Tap the microphone icon 🎙️ next to any verse to record yourself reciting it, then listen back and compare with the reciter.
0/96
56:1 🔁 0/5
إِذَا وَقَعَتِ ٱلۡوَاقِعَةُ  ۝١
Izaa waqa`atil waaqi`ah
Yeroo argamtuun (Qiyaamaan) argamte
🎤 Your recording:
56:2 🔁 0/5
لَيۡسَ لِوَقۡعَتِهَا كَاذِبَةٌ  ۝٢
Laisa liwaq`atihaa kaazibah
Argama isheetiif kijibni hin jirtu
🎤 Your recording:
56:3 🔁 0/5
خَافِضَةٌ رَّافِعَةٌ  ۝٣
Khafidatur raafi`ah
Gadi qabduu, ol fuutuudha
🎤 Your recording:
56:4 🔁 0/5
إِذَا رُجَّتِ ٱلۡأَرۡضُ رَجًّا  ۝٤
Izaa rujjatil ardu rajjaa
Yeroo dachiin raafama cimaa raafamte
🎤 Your recording:
56:5 🔁 0/5
وَبُسَّتِ ٱلۡجِبَالُ بَسًّا  ۝٥
Wa bussatil jibaalu bassaa
(Yeroo) gaarreenis facaafamiinsa facaafamte
🎤 Your recording:
56:6 🔁 0/5
فَكَانَتۡ هَبَآءً مُّنۢبَثًّا  ۝٦
Fakaanat habaaa`am mumbassaa
Dhukkee facaafamtuus taate
🎤 Your recording:
56:7 🔁 0/5
وَكُنتُمۡ أَزۡوَٰجًا ثَلَٰثَةً  ۝٧
Wa kuntum azwaajan salaasah
(Yeroo) Isinis garee sadi taatan
🎤 Your recording:
56:8 🔁 0/5
فَأَصۡحَٰبُ ٱلۡمَيۡمَنَةِ مَآ أَصۡحَٰبُ ٱلۡمَيۡمَنَةِ  ۝٨
Fa as haabul maimanati maaa as haabul maimanah
(Gareen tokko) warra mirgaati; warri mirgaa akkam (milkaa’oo dha)
🎤 Your recording:
56:9 🔁 0/5
وَأَصۡحَٰبُ ٱلۡمَشۡـَٔمَةِ مَآ أَصۡحَٰبُ ٱلۡمَشۡـَٔمَةِ  ۝٩
Wa as haabul mash`amati maaa as haabul mash`amah
(Gareen lammaffaan) warra bitaati; warri bitaa akkam (hoonga’oo dha)
🎤 Your recording:
56:10 🔁 0/5
وَٱلسَّٰبِقُونَ ٱلسَّٰبِقُونَ  ۝١٠
Wassaabiqoonas saabiqoon
(Gareen sadaffaa) Isaan gara toltuutti dursitoota dursoodha
🎤 Your recording:
56:11 🔁 0/5
أُوْلَٰٓئِكَ ٱلۡمُقَرَّبُونَ  ۝١١
Ulaaa`ikal muqarraboon
Isaan (Rabbitti) dhiheeffamoota
🎤 Your recording:
56:12 🔁 0/5
فِي جَنَّٰتِ ٱلنَّعِيمِ  ۝١٢
Fee Jannaatin Na`eem
Jannata qananii keessatti ta’u
🎤 Your recording:
56:13 🔁 0/5
ثُلَّةٌ مِّنَ ٱلۡأَوَّلِينَ  ۝١٣
Sullatum minal awwaleen
Warra duraa irraa baay’eedha
🎤 Your recording:
56:14 🔁 0/5
وَقَلِيلٌ مِّنَ ٱلۡأٓخِرِينَ  ۝١٤
Wa qaleelum minal aa khireen
Warra boodaa irraa immoo xiqqoodha
🎤 Your recording:
56:15 🔁 0/5
عَلَىٰ سُرُرٍ مَّوۡضُونَةٍ  ۝١٥
Alaa sururim mawdoonah
Sireewwan dhawamte irratti ta’u
🎤 Your recording:
56:16 🔁 0/5
مُّتَّكِـِٔينَ عَلَيۡهَا مُتَقَٰبِلِينَ  ۝١٦
Muttaki`eena `alaihaa mutaqabileen
Fuulaan walitti garagalanii ishee irratti hirkatu
🎤 Your recording:
56:17 🔁 0/5
يَطُوفُ عَلَيۡهِمۡ وِلۡدَٰنٌ مُّخَلَّدُونَ  ۝١٧
Yatoofu `alaihim wildaa num mukkhalladoon
Ijoollee (ijoollummaan) yeroo hunda jiraatantu isaan irra naanna’a
🎤 Your recording:
56:18 🔁 0/5
بِأَكۡوَابٍ وَأَبَارِيقَ وَكَأۡسٍ مِّن مَّعِينٍ  ۝١٨
Bi akwaabinw wa abaareeq, wa kaasim mim ma`een
Kubbaayyaa, quluufi geeba (xoofoo) farsoo irraa ta’een
🎤 Your recording:
56:19 🔁 0/5
لَّا يُصَدَّعُونَ عَنۡهَا وَلَا يُنزِفُونَ  ۝١٩
Laa yusadda`oona `anhaa wa laa yunzifoon
Isii irraa hin bowwaafatan; hin machaa’anis
🎤 Your recording:
56:20 🔁 0/5
وَفَٰكِهَةٍ مِّمَّا يَتَخَيَّرُونَ  ۝٢٠
Wa faakihatim mimmaa yatakhaiyaroon
Fuduraalee irraa waan isaan filataniin (irra naanna’u)
🎤 Your recording:
56:21 🔁 0/5
وَلَحۡمِ طَيۡرٍ مِّمَّا يَشۡتَهُونَ  ۝٢١
Wa lahmi tairim mimmaa yashtahoon
Foon allaattii irraas waan isaan fedhaniin
🎤 Your recording:
56:22 🔁 0/5
وَحُورٌ عِينٌ  ۝٢٢
Wa hoorun`een
Dubra adaadii ija babal’ootu (isiniif jira)
🎤 Your recording:
56:23 🔁 0/5
كَأَمۡثَٰلِ ٱللُّؤۡلُوِٕ ٱلۡمَكۡنُونِ  ۝٢٣
Ka amsaalil lu`lu`il maknoon
Akka faaya eegamaa kan fafakkaatan
🎤 Your recording:
56:24 🔁 0/5
جَزَآءَۢ بِمَا كَانُواْ يَعۡمَلُونَ  ۝٢٤
Jazaaa`am bimaa kaanoo ya`maloon
Mindaa waan hojjataa turaniif jecha (kana isaaniif goone)
🎤 Your recording:
56:25 🔁 0/5
لَا يَسۡمَعُونَ فِيهَا لَغۡوًا وَلَا تَأۡثِيمًا  ۝٢٥
Laa yasma`oona feehaa laghwanw wa laa taaseemaa
Isii (jannata) keessatti wacaafi wal arrabsuus hin dhaga’an
🎤 Your recording:
56:26 🔁 0/5
إِلَّا قِيلًا سَلَٰمًا سَلَٰمًا  ۝٢٦
Illaa qeelan salaaman salaamaa
“Nagayaa nagayaa waliin jechuu malee” (hin dhaga’an)
🎤 Your recording:
56:27 🔁 0/5
وَأَصۡحَٰبُ ٱلۡيَمِينِ مَآ أَصۡحَٰبُ ٱلۡيَمِينِ  ۝٢٧
Wa as haabul yameeni maaa as haabul Yameen
Warri mirgaa; warra mirgaa waa’een isaanii akkam tola
🎤 Your recording:
56:28 🔁 0/5
فِي سِدۡرٍ مَّخۡضُودٍ  ۝٢٨
Fee sidrim makhdood
(Isaan) mukkeen qurquraa kan qoree hin qabne keessa jiraatu
🎤 Your recording:
56:29 🔁 0/5
وَطَلۡحٍ مَّنضُودٍ  ۝٢٩
Wa talhim mandood
Muuza firiidhaan guutame (keessa jiraatu)
🎤 Your recording:
56:30 🔁 0/5
وَظِلٍّ مَّمۡدُودٍ  ۝٣٠
Wa zillim mamdood
Gaaddisa diriirfamaa (keessa)
🎤 Your recording:
56:31 🔁 0/5
وَمَآءٍ مَّسۡكُوبٍ  ۝٣١
Wa maaa`im maskoob
Bishaan dhangala’u (keessa)
🎤 Your recording:
56:32 🔁 0/5
وَفَٰكِهَةٍ كَثِيرَةٍ  ۝٣٢
Wa faakihatin kaseerah
Fuduraalee baay’ee (keessa)
🎤 Your recording:
56:33 🔁 0/5
لَّا مَقۡطُوعَةٍ وَلَا مَمۡنُوعَةٍ  ۝٣٣
Laa maqtoo`atinw wa laa mamnoo`ah
Kan maddi isaanii hin cinneefi kan irraa hin dhorgamne (keessa)
🎤 Your recording:
56:34 🔁 0/5
وَفُرُشٍ مَّرۡفُوعَةٍ  ۝٣٤
Wa furushim marfoo`ah
Firaasholee ol fuudhamtuu (keessa jiraatu)
🎤 Your recording:
56:35 🔁 0/5
إِنَّآ أَنشَأۡنَٰهُنَّ إِنشَآءً  ۝٣٥
Innaaa anshaanaahunna inshaaa`aa
Dhugumatti, Nuti (dubartoota jannataa) uuminsa isaan uumne
🎤 Your recording:
56:36 🔁 0/5
فَجَعَلۡنَٰهُنَّ أَبۡكَارًا  ۝٣٦
Faja`alnaahunna abkaaraa
Dubroota isaan goone
🎤 Your recording:
56:37 🔁 0/5
عُرُبًا أَتۡرَابًا  ۝٣٧
Uruban atraabaa
Jaallattoota (abbaa manaa), kan hiriyoota ta’an (isaan goone)
🎤 Your recording:
56:38 🔁 0/5
لِّأَصۡحَٰبِ ٱلۡيَمِينِ  ۝٣٨
Li as haabil yameen
Warra mirgaatiif (qophaa’an)
🎤 Your recording:
56:39 🔁 0/5
ثُلَّةٌ مِّنَ ٱلۡأَوَّلِينَ  ۝٣٩
Sullatum minal awwa leen
Hedduun (isaanii) warra duraa irraayi
🎤 Your recording:
56:40 🔁 0/5
وَثُلَّةٌ مِّنَ ٱلۡأٓخِرِينَ  ۝٤٠
Wa sullatum minal aakhireen
Warra boodaa irraahis baay’eedha
🎤 Your recording:
56:41 🔁 0/5
وَأَصۡحَٰبُ ٱلشِّمَالِ مَآ أَصۡحَٰبُ ٱلشِّمَالِ  ۝٤١
Wa as haabush shimaali maaa as haabush shimaal
Warri bitaa; warri bitaa akkam (fokkatu)
🎤 Your recording:
56:42 🔁 0/5
فِي سَمُومٍ وَحَمِيمٍ  ۝٤٢
Fee samoominw wa hameem
Ibidda laalessaafi bishaan danfaa keessa jiraatu
🎤 Your recording:
56:43 🔁 0/5
وَظِلٍّ مِّن يَحۡمُومٍ  ۝٤٣
Wa zillim miny yahmoom
Gaaddisa aara gurraacha irraa ta’e keessa
🎤 Your recording:
56:44 🔁 0/5
لَّا بَارِدٍ وَلَا كَرِيمٍ  ۝٤٤
Laa baaridinw wa laa kareem
(Gaaddiisa) qabbanaa’aa hin ta’iniifi gaariis hin ta’in
🎤 Your recording:
56:45 🔁 0/5
إِنَّهُمۡ كَانُواْ قَبۡلَ ذَٰلِكَ مُتۡرَفِينَ  ۝٤٥
Innaahum kaanoo qabla zaalika mutrafeen
Dhugumatti, isaan sana dura qanansiifamoo turan
🎤 Your recording:
56:46 🔁 0/5
وَكَانُواْ يُصِرُّونَ عَلَى ٱلۡحِنثِ ٱلۡعَظِيمِ  ۝٤٦
Wa kaanoo yusirroona `alal hinsil `azeem
Dilii guddaa itti fufu turan
🎤 Your recording:
56:47 🔁 0/5
وَكَانُواْ يَقُولُونَ أَئِذَا مِتۡنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَٰمًا أَءِنَّا لَمَبۡعُوثُونَ  ۝٤٧
Wa kaanoo yaqooloona a`izaa mitnaa wa kunnaa turaabanw wa izaaman`ainnaa lamab`oosoon
“Sila yeroo duunee biyyeefi lafee taane, dhugumatti nuti kaafamoodhaa?” jedhaa turan
🎤 Your recording:
56:48 🔁 0/5
أَوَءَابَآؤُنَا ٱلۡأَوَّلُونَ  ۝٤٨
Awa aabaaa`unal awwaloon
“Abbootiin keenya kan jalqabaas moo?” (jechuu turan)
🎤 Your recording:
56:49 🔁 0/5
قُلۡ إِنَّ ٱلۡأَوَّلِينَ وَٱلۡأٓخِرِينَ  ۝٤٩
Qul innal awwaleena wal aakhireen
“(Yaa Muhammad!) dhugumatti, isaan jalqabaas ta’ee isaan boodaas (ni kaafamu)” jedhiin
🎤 Your recording:
56:50 🔁 0/5
لَمَجۡمُوعُونَ إِلَىٰ مِيقَٰتِ يَوۡمٍ مَّعۡلُومٍ  ۝٥٠
Lamajmoo`oona ilaa meeqaati yawmim ma`loon
Beellama guyyaa beekamaa keessatti walitti qabamuuf jiru
🎤 Your recording:
56:51 🔁 0/5
ثُمَّ إِنَّكُمۡ أَيُّهَا ٱلضَّآلُّونَ ٱلۡمُكَذِّبُونَ  ۝٥١
summa innakum ayyuhad daaalloonal mukazziboon
Ergasii isin yaa jallattoota sobsiiftotaa
🎤 Your recording:
56:52 🔁 0/5
لَأٓكِلُونَ مِن شَجَرٍ مِّن زَقُّومٍ  ۝٥٢
La aakiloona min shaja rim min zaqqoom
Muka Zaqquum irraa nyaatoodha
🎤 Your recording:
56:53 🔁 0/5
فَمَالِـُٔونَ مِنۡهَا ٱلۡبُطُونَ  ۝٥٣
Famaali`oona minhal butoon
Ishee irraas garaa keessan guuttatoodha
🎤 Your recording:
56:54 🔁 0/5
فَشَٰرِبُونَ عَلَيۡهِ مِنَ ٱلۡحَمِيمِ  ۝٥٤
Fashaariboona `alaihi minal hameem
Isa irrattis bishaan danfaa dhugoodha
🎤 Your recording:
56:55 🔁 0/5
فَشَٰرِبُونَ شُرۡبَ ٱلۡهِيمِ  ۝٥٥
Fashaariboona shurbal heem
Dhugaatii akka gaala dheebottee dhugdu
🎤 Your recording:
56:56 🔁 0/5
هَٰذَا نُزُلُهُمۡ يَوۡمَ ٱلدِّينِ  ۝٥٦
Haazaa nuzuluhum yawmad deen
Kun simannaa isaanii kan guyyaa murtiiti
🎤 Your recording:
56:57 🔁 0/5
نَحۡنُ خَلَقۡنَٰكُمۡ فَلَوۡلَا تُصَدِّقُونَ  ۝٥٧
Nahnu khalaqnaakum falaw laa tusaddiqoon
Nuti isin uumnee; maaliif hin dhugoomsine
🎤 Your recording:
56:58 🔁 0/5
أَفَرَءَيۡتُم مَّا تُمۡنُونَ  ۝٥٨
Afara`aytum maa tumnoon
Waan (maniyyii) dhangalaaftan san mee naaf himaa
🎤 Your recording:
56:59 🔁 0/5
ءَأَنتُمۡ تَخۡلُقُونَهُۥٓ أَمۡ نَحۡنُ ٱلۡخَٰلِقُونَ  ۝٥٩
A-antum takhluqoo nahooo am nahnul khaaliqoon
Sila isintu isa uumamoo? Nutu uumoo dha
🎤 Your recording:
56:60 🔁 0/5
نَحۡنُ قَدَّرۡنَا بَيۡنَكُمُ ٱلۡمَوۡتَ وَمَا نَحۡنُ بِمَسۡبُوقِينَ  ۝٦٠
Nahnu qaddarnaa baina kumul mawta wa maa nahnu bimasbooqeen
Nutu du’a gidduu keessanitti murteesseNuti dadhabsiifamoo miti
🎤 Your recording:
56:61 🔁 0/5
عَلَىٰٓ أَن نُّبَدِّلَ أَمۡثَٰلَكُمۡ وَنُنشِئَكُمۡ فِي مَا لَا تَعۡلَمُونَ  ۝٦١
Alaaa an nubaddila amsaalakum wa nunshi`akum fee maa laa ta`lamoon
Fakkaataa keessan jijjiiree, waan isin hin beekne keessatti isin uumuu irratti (dadhaboo miti)
🎤 Your recording:
56:62 🔁 0/5
وَلَقَدۡ عَلِمۡتُمُ ٱلنَّشۡأَةَ ٱلۡأُولَىٰ فَلَوۡلَا تَذَكَّرُونَ  ۝٦٢
Wa laqad `alimtumun nash atal oolaa falaw laa tazakkaroon
Dhugumatti, akkaataa uumama jalqabaa beektanii jirtu; maaliif hin gorfamne
🎤 Your recording:
56:63 🔁 0/5
أَفَرَءَيۡتُم مَّا تَحۡرُثُونَ  ۝٦٣
Afara`aytum maa tahrusoon
Mee waa’ee waan facaaftanii naaf himaa
🎤 Your recording:
56:64 🔁 0/5
ءَأَنتُمۡ تَزۡرَعُونَهُۥٓ أَمۡ نَحۡنُ ٱلزَّٰرِعُونَ  ۝٦٤
A-antum tazra`oonahooo am nahnuz zaari`ooon
Isintu isa biqilcha moo Nutu biqilchoo dha
🎤 Your recording:
56:65 🔁 0/5
لَوۡ نَشَآءُ لَجَعَلۡنَٰهُ حُطَٰمًا فَظَلۡتُمۡ تَفَكَّهُونَ  ۝٦٥
Law nashaaa`u laja`al naahu hutaaman fazaltum tafakkahoon
Odoo feenee caccabaa gooneeti kan dinqisiifattan taatan
🎤 Your recording:
56:66 🔁 0/5
إِنَّا لَمُغۡرَمُونَ  ۝٦٦
Innaa lamughramoon
“Nuti dhugumatti hoonga’oodha”(jettu)
🎤 Your recording:
56:67 🔁 0/5
بَلۡ نَحۡنُ مَحۡرُومُونَ  ۝٦٧
Bal nahnu mahroomoon
“Lakkisaa; nuti dhorgamoodha” (waliin jettu)
🎤 Your recording:
56:68 🔁 0/5
أَفَرَءَيۡتُمُ ٱلۡمَآءَ ٱلَّذِي تَشۡرَبُونَ  ۝٦٨
Afara`aytumul maaa`allazee tashraboon
Mee waa’ee bishaan dhugdanii san Naaf himaa
🎤 Your recording:
56:69 🔁 0/5
ءَأَنتُمۡ أَنزَلۡتُمُوهُ مِنَ ٱلۡمُزۡنِ أَمۡ نَحۡنُ ٱلۡمُنزِلُونَ  ۝٦٩
A-antum anzaltumoohu minal muzni am nahnul munziloon
Sila duumessa irraa isintu isa buusee? Moo Nutu (isa) buusoo dha
🎤 Your recording:
56:70 🔁 0/5
لَوۡ نَشَآءُ جَعَلۡنَٰهُ أُجَاجًا فَلَوۡلَا تَشۡكُرُونَ  ۝٧٠
Law nashaaa`u ja`alnaahu ujaajan falaw laa tashkuroon
Odoo feenee soogiddoo (kuraawaa) isa taasifnaSila maaliif (Rabbiin) hin galatoomfanne
🎤 Your recording:
56:71 🔁 0/5
أَفَرَءَيۡتُمُ ٱلنَّارَ ٱلَّتِي تُورُونَ  ۝٧١
Afara`aytumun naaral latee tooroon
Mee waa’ee ibidda qabsiifattanii san naaf himaa
🎤 Your recording:
56:72 🔁 0/5
ءَأَنتُمۡ أَنشَأۡتُمۡ شَجَرَتَهَآ أَمۡ نَحۡنُ ٱلۡمُنشِـُٔونَ  ۝٧٢
A-antum anshaatum shajaratahaaa am nahnul munshi`oon
Sila muka ishee isintu biqilchee? Moo Nutu biqilchoo dha
🎤 Your recording:
56:73 🔁 0/5
نَحۡنُ جَعَلۡنَٰهَا تَذۡكِرَةً وَمَتَٰعًا لِّلۡمُقۡوِينَ  ۝٧٣
Nahnu ja`alnaahaa tazkira tanw wa mataa`al lilmuqween
Nuti ibidda kana gorsaafi qananii imaltoonni itti fayyadaman ishee goone
🎤 Your recording:
56:74 🔁 0/5
فَسَبِّحۡ بِٱسۡمِ رَبِّكَ ٱلۡعَظِيمِ  ۝٧٤
Fasabbih bismi Rabbikal `azeem
Maqaa Gooftaa kee Isa guddaa faarsi
🎤 Your recording:
56:75 🔁 0/5
۞ فَلَآ أُقۡسِمُ بِمَوَٰقِعِ ٱلنُّجُومِ  ۝٧٥
Falaa uqsimu bimaawaa qi`innujoom
Seensa urjiiwwaniitiniin kakadha
🎤 Your recording:
56:76 🔁 0/5
وَإِنَّهُۥ لَقَسَمٌ لَّوۡ تَعۡلَمُونَ عَظِيمٌ  ۝٧٦
Wa innahoo laqasamul lawta`lamoona`azeem
Inni dhugumatti, odoo kan beektan ta’ee kakuu guddaadha
🎤 Your recording:
56:77 🔁 0/5
إِنَّهُۥ لَقُرۡءَانٌ كَرِيمٌ  ۝٧٧
Innahoo la quraanun kareem
Dhugumatti, inni Qur’aana kabajamaadha
🎤 Your recording:
56:78 🔁 0/5
فِي كِتَٰبٍ مَّكۡنُونٍ  ۝٧٨
Fee kitaabim maknoon
Kitaaba akkaan eegamaa (Lawhal Mahfuuz) keessa jira
🎤 Your recording:
56:79 🔁 0/5
لَّا يَمَسُّهُۥٓ إِلَّا ٱلۡمُطَهَّرُونَ  ۝٧٩
Laa yamassuhooo illal mutahharoon
Warra qulqulluu malee (eenyulleen) isa hin tuqu
🎤 Your recording:
56:80 🔁 0/5
تَنزِيلٌ مِّن رَّبِّ ٱلۡعَٰلَمِينَ  ۝٨٠
Tanzeelum mir Rabbil`aalameen
Gooftaa aalama hundaa irraa buufamaadha
🎤 Your recording:
56:81 🔁 0/5
أَفَبِهَٰذَا ٱلۡحَدِيثِ أَنتُم مُّدۡهِنُونَ  ۝٨١
Afabihaazal hadeesi antum mudhinoon
Sila haasa’a kanaa kan isin laaffiftan
🎤 Your recording:
56:82 🔁 0/5
وَتَجۡعَلُونَ رِزۡقَكُمۡ أَنَّكُمۡ تُكَذِّبُونَ  ۝٨٢
Wa taj`aloona rizqakum annakum tukazziboon
(Galata) rizqii (rooba) keessanii kijibsiisuu gootanii
🎤 Your recording:
56:83 🔁 0/5
فَلَوۡلَآ إِذَا بَلَغَتِ ٱلۡحُلۡقُومَ  ۝٨٣
Falaw laaa izaa balaghatil hulqoom
Yeroo (lubbuun) kokkee geesse, (maaliif hin deebiftanuu)
🎤 Your recording:
56:84 🔁 0/5
وَأَنتُمۡ حِينَئِذٍ تَنظُرُونَ  ۝٨٤
Wa antum heena`izin tanzuroon
Odoo yeroo san isin ilaaltanuu
🎤 Your recording:
56:85 🔁 0/5
وَنَحۡنُ أَقۡرَبُ إِلَيۡهِ مِنكُمۡ وَلَٰكِن لَّا تُبۡصِرُونَ  ۝٨٥
Wa nahnu aqrabu ilaihi minkum wa laakil laa tubsiroon
Isin hin argitan malee Nuti isin caalaa gara isaatti dhihoo jirra
🎤 Your recording:
56:86 🔁 0/5
فَلَوۡلَآ إِن كُنتُمۡ غَيۡرَ مَدِينِينَ  ۝٨٦
Falaw laaa in kuntum ghira madeeneen
Yoo (kaafamtanii) kan galata hin galfamne taatan (lubbuu san deebisaa)
🎤 Your recording:
56:87 🔁 0/5
تَرۡجِعُونَهَآ إِن كُنتُمۡ صَٰدِقِينَ  ۝٨٧
Tarji`oonahaaa in kuntum saadiqeen
Yoo kan dhugaa dubbattan taatan maaliif hin deebiftanu
🎤 Your recording:
56:88 🔁 0/5
فَأَمَّآ إِن كَانَ مِنَ ٱلۡمُقَرَّبِينَ  ۝٨٨
Fa ammaaa in kaana minal muqarrabeen
Yoo inni (namni du’e sun) namoota Rabbitti dhiyeeffaman irraa ta’e
🎤 Your recording:
56:89 🔁 0/5
فَرَوۡحٌ وَرَيۡحَانٌ وَجَنَّتُ نَعِيمٍ  ۝٨٩
Farawhunw wa raihaa nunw wa jannatu na`eem
(Isaaf) haara galfii, gammachuufi jannata qananiitu jira
🎤 Your recording:
56:90 🔁 0/5
وَأَمَّآ إِن كَانَ مِنۡ أَصۡحَٰبِ ٱلۡيَمِينِ  ۝٩٠
Wa ammaaa in kaana min as haabil yameen
Yoo inni warra mirgaa irraa ta’e immoo
🎤 Your recording:
56:91 🔁 0/5
فَسَلَٰمٌ لَّكَ مِنۡ أَصۡحَٰبِ ٱلۡيَمِينِ  ۝٩١
Fasalaamul laka min as haabil yameen
Warra mirgaa irraa waan taateef nagaan siif haa jiraatu” (isaan jedhama)
🎤 Your recording:
56:92 🔁 0/5
وَأَمَّآ إِن كَانَ مِنَ ٱلۡمُكَذِّبِينَ ٱلضَّآلِّينَ  ۝٩٢
Wa ammaaa in kaana minal mukazzibeenad daaalleen
Yoo sobsiiftota jallattoota irraa ta’e immoo
🎤 Your recording:
56:93 🔁 0/5
فَنُزُلٌ مِّنۡ حَمِيمٍ  ۝٩٣
Fanuzulum min hameem
Isaaf afeerraa bishaan danfaa irraa ta’etu jira
🎤 Your recording:
56:94 🔁 0/5
وَتَصۡلِيَةُ جَحِيمٍ  ۝٩٤
Wa tasliyatu jaheem
Jahiim seenuutu isaaf jira
🎤 Your recording:
56:95 🔁 0/5
إِنَّ هَٰذَا لَهُوَ حَقُّ ٱلۡيَقِينِ  ۝٩٥
Inna haaza lahuwa haqqul yaqeen
Dhugumatti, inni (wanti suuraan ibsite) kun haqa mirkanaa’aadha
🎤 Your recording:
56:96 🔁 0/5
فَسَبِّحۡ بِٱسۡمِ رَبِّكَ ٱلۡعَظِيمِ  ۝٩٦
Fasabbih bismi rabbikal `azeem
Maqaa Gooftaa kee guddaa ta’ee faarsi (qulqulleessi)
🎤 Your recording:
💡 Tap any hidden word to reveal it temporarily — your progress is saved automatically in this browser.

🎉
🎊 Well Done! Memorization Complete
Mishary Rashid Alafasy
Mahmoud Khalil Al-Husary
Abdurrahman As-Sudais
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
Abdul Basit Abdul Samad
Ali Al-Hudhaify
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
Abu Bakr Ash-Shaatree
Muhammad Ayyoub
Abdullah Basfar
Abdullah Al-Juhani
Maher Al Muaiqly
0:00
0:00
-

Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers