🔥 0 day streak
📖 Long surah — split into smaller parts to help you focus (36 Aayah)
📚 All Surahs
30%
🎤 Tap the microphone icon 🎙️ next to any verse to record yourself reciting it, then listen back and compare with the reciter.
0/36
83:1 🔁 0/5
وَيۡلٌ لِّلۡمُطَفِّفِينَ  ۝١
Wailul lil mutaffifeen
Warra (safara) hir’isuuf badiin haa ta’u
🎤 Your recording:
83:2 🔁 0/5
ٱلَّذِينَ إِذَا ٱكۡتَالُواْ عَلَى ٱلنَّاسِ يَسۡتَوۡفُونَ  ۝٢
Allazeena izak taaloo `alan naasi yastawfoon
Isaan yeroo namoota irraa safaratan guuchisiifatan
🎤 Your recording:
83:3 🔁 0/5
وَإِذَا كَالُوهُمۡ أَو وَّزَنُوهُمۡ يُخۡسِرُونَ  ۝٣
Wa izaa kaaloohum aw wazanoohum yukhsiroon
Yeroo namootaaf safaran yookiin madaalan immoo hir’isan
🎤 Your recording:
83:4 🔁 0/5
أَلَا يَظُنُّ أُوْلَٰٓئِكَ أَنَّهُم مَّبۡعُوثُونَ  ۝٤
Alaa yazunnu ulaaa`ika annahum mab`oosoon
Sila isaan sun kaafamuu isaanii hin yaadanii
🎤 Your recording:
83:5 🔁 0/5
لِيَوۡمٍ عَظِيمٍ  ۝٥
Li Yawmin `Azeem
Guyyaa guddaadhaaf
🎤 Your recording:
83:6 🔁 0/5
يَوۡمَ يَقُومُ ٱلنَّاسُ لِرَبِّ ٱلۡعَٰلَمِينَ  ۝٦
Yawma yaqoomun naasu li Rabbil `aalameen
Guyyaa namni Gooftaa aalamaatiif dhaabbatu
🎤 Your recording:
83:7 🔁 0/5
كـَلَّآ إِنَّ كِتَٰبَ ٱلۡفُجَّارِ لَفِي سِجِّينٍ  ۝٧
Kallaaa inna kitaabal fujjaari lafee Sijjeen
Dhugumatti, galmeen badii hojjattootaa Sijjiin keessa taa
🎤 Your recording:
83:8 🔁 0/5
وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا سِجِّينٌ  ۝٨
Wa maa adraaka maa Sijjeen
Sijjiin" maal akka tae maaltu si beeksise
🎤 Your recording:
83:9 🔁 0/5
كِتَٰبٌ مَّرۡقُومٌ  ۝٩
Kitaabum marqoom
Kitaaba barreeffamaadha (dalagaa yakkamtootaatu irratti barreeffama)
🎤 Your recording:
83:10 🔁 0/5
وَيۡلٌ يَوۡمَئِذٍ لِّلۡمُكَذِّبِينَ  ۝١٠
Wailuny yawma`izil lil mukazzibeen
Kijibsiiftotaaf Guyyaa san badiin mirkanaa’e
🎤 Your recording:
83:11 🔁 0/5
ٱلَّذِينَ يُكَذِّبُونَ بِيَوۡمِ ٱلدِّينِ  ۝١١
Allazeena yukazziboona bi yawmid deen
Isaan guyyaa murtii sobsiisaniif
🎤 Your recording:
83:12 🔁 0/5
وَمَا يُكَذِّبُ بِهِۦٓ إِلَّا كُلُّ مُعۡتَدٍ أَثِيمٍ  ۝١٢
Wa maa yukazzibu biheee illaa kullu mu`tadin aseem
Daangaa darbitoota dilaawoo cufa ta’e malee namni isa kijibsiisu hin jiru
🎤 Your recording:
83:13 🔁 0/5
إِذَا تُتۡلَىٰ عَلَيۡهِ ءَايَٰتُنَا قَالَ أَسَٰطِيرُ ٱلۡأَوَّلِينَ  ۝١٣
Izaa tutlaa`alaihi aayaatunaa qaala asaateerul awwaleen
Yeroo keeyyattoonni Keenya isaan irratti qaraamte"ogbarruu warra duriiti" jedha
🎤 Your recording:
83:14 🔁 0/5
كـَلَّاۖ بَلۡۜ رَانَ عَلَىٰ قُلُوبِهِم مَّا كَانُواْ يَكۡسِبُونَ  ۝١٤
Kallaa bal raana `alaa quloobihim maa kaanoo yaksiboon
Haa dhorgamanu! Dhugumatti wanti isaan hojjataa turan onnee isaanii haguuge
🎤 Your recording:
83:15 🔁 0/5
كـَلَّآ إِنَّهُمۡ عَن رَّبِّهِمۡ يَوۡمَئِذٍ لَّمَحۡجُوبُونَ  ۝١٥
Kallaaa innahum `ar Rabbihim yawma`izil lamah jooboon
Dhagayaa! Isaan guyyaa san Gooftaa isaanii irraa haguugamoodha
🎤 Your recording:
83:16 🔁 0/5
ثُمَّ إِنَّهُمۡ لَصَالُواْ ٱلۡجَحِيمِ  ۝١٦
Summa innahum lasaa lul jaheem
Ergasii isaan ibidda galtoota
🎤 Your recording:
83:17 🔁 0/5
ثُمَّ يُقَالُ هَٰذَا ٱلَّذِي كُنتُم بِهِۦ تُكَذِّبُونَ  ۝١٧
Summa yuqaalu haazal lazee kuntum bihee tukazziboon
Ergasii "inni kun isa isin sobsiisaa turtan" jedhama
🎤 Your recording:
83:18 🔁 0/5
كـَلَّآ إِنَّ كِتَٰبَ ٱلۡأَبۡرَارِ لَفِي عِلِّيِّينَ  ۝١٨
Kallaaa inna kitaabal abraari lafee`Illiyyeen
Dhugumatti, galmeen toltuu hojjattootaa Illiyyiin keessa taa
🎤 Your recording:
83:19 🔁 0/5
وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا عِلِّيُّونَ  ۝١٩
Wa maaa adraaka maa `Illiyyoon
Illiyyiin" maal akka tae maaltu si beeksise
🎤 Your recording:
83:20 🔁 0/5
كِتَٰبٌ مَّرۡقُومٌ  ۝٢٠
Kitaabum marqoom
Kitaaba barreeffamaadha (hojii warra Rabbitti amaneetu irratti barreeffame)
🎤 Your recording:
83:21 🔁 0/5
يَشۡهَدُهُ ٱلۡمُقَرَّبُونَ  ۝٢١
Yashhadu hul muqarra boon
Warra Rabbitti dhiheeffamantu itti hirmaata
🎤 Your recording:
83:22 🔁 0/5
إِنَّ ٱلۡأَبۡرَارَ لَفِي نَعِيمٍ  ۝٢٢
Innal abraara lafee Na`eem
Dhugumatti, toltuu hojjattoonni qananii keessa jiraatu
🎤 Your recording:
83:23 🔁 0/5
عَلَى ٱلۡأَرَآئِكِ يَنظُرُونَ  ۝٢٣
Alal araaa`iki yanzuroon
Sireewwan irra (taaanii) ilaalu
🎤 Your recording:
83:24 🔁 0/5
تَعۡرِفُ فِي وُجُوهِهِمۡ نَضۡرَةَ ٱلنَّعِيمِ  ۝٢٤
Ta`rifu fee wujoohihim nadratan na`eem
Fuula isaanii keessatti ifina qananii ni beekta
🎤 Your recording:
83:25 🔁 0/5
يُسۡقَوۡنَ مِن رَّحِيقٍ مَّخۡتُومٍ  ۝٢٥
Yusqawna mir raheeqim makhtoom
Farsoo qadaadamaa irraa obaafamu
🎤 Your recording:
83:26 🔁 0/5
خِتَٰمُهُۥ مِسۡكٌۚ وَفِي ذَٰلِكَ فَلۡيَتَنَافَسِ ٱلۡمُتَنَٰفِسُونَ  ۝٢٦
Khitaamuhoo misk; wa fee zaalika falyatanaafasil Mutanaafisoon
Dhumti isaa miskiidha; sana keessatti warri wal dorgoman wal haa dorgoman
🎤 Your recording:
83:27 🔁 0/5
وَمِزَاجُهُۥ مِن تَسۡنِيمٍ  ۝٢٧
Wa mizaajuhoo min Tasneem
Makaan isaas ‘Tasniim’ irraayi
🎤 Your recording:
83:28 🔁 0/5
عَيۡنًا يَشۡرَبُ بِهَا ٱلۡمُقَرَّبُونَ  ۝٢٨
Ainaiy yashrabu bihal muqarraboon
(Tasniim) laga warri Rabbitti dhiheeffaman dhuganiidha
🎤 Your recording:
83:29 🔁 0/5
إِنَّ ٱلَّذِينَ أَجۡرَمُواْ كَانُواْ مِنَ ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ يَضۡحَكُونَ  ۝٢٩
Innal lazeena ajramoo kaanoo minal lazeena aamanoo yadhakoon
Dhugumatti, isaan dilaawan isaan amananitti kolfaa turan
🎤 Your recording:
83:30 🔁 0/5
وَإِذَا مَرُّواْ بِهِمۡ يَتَغَامَزُونَ  ۝٣٠
Wa izaa marroo bihim yataghaamazoon
Yeroo isaan bira dabran wal akeeku
🎤 Your recording:
83:31 🔁 0/5
وَإِذَا ٱنقَلَبُوٓاْ إِلَىٰٓ أَهۡلِهِمُ ٱنقَلَبُواْ فَكِهِينَ  ۝٣١
Wa izan qalabooo ilaaa ahlihimun qalaboo fakiheen
Yeroo gara maatii isaanii deebianis gammadaa deebi’u
🎤 Your recording:
83:32 🔁 0/5
وَإِذَا رَأَوۡهُمۡ قَالُوٓاْ إِنَّ هَٰٓؤُلَآءِ لَضَآلُّونَ  ۝٣٢
Wa izaa ra awhum qaalooo inna haaa`ulaaa`i ladaaal loon
Yeroo isaan arganis "dhugumatti, isaan kun jallattoota" jedhu
🎤 Your recording:
83:33 🔁 0/5
وَمَآ أُرۡسِلُواْ عَلَيۡهِمۡ حَٰفِظِينَ  ۝٣٣
Wa maaa ursiloo `alaihim haafizeen
Haala toattoota taanii isaan irratti hin ergaminiin
🎤 Your recording:
83:34 🔁 0/5
فَٱلۡيَوۡمَ ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ مِنَ ٱلۡكُفَّارِ يَضۡحَكُونَ  ۝٣٤
Fal yawmal lazeena aamanoo minal kuffaari yadhakoon
Har’a (guyyaa kaafamiinsaa) isaan amanantu kaafirootatti kolfa
🎤 Your recording:
83:35 🔁 0/5
عَلَى ٱلۡأَرَآئِكِ يَنظُرُونَ  ۝٣٥
Alal araaa`iki yanzuroon
Sireewwan irra (taanii) ilaalu
🎤 Your recording:
83:36 🔁 0/5
هَلۡ ثُوِّبَ ٱلۡكُفَّارُ مَا كَانُواْ يَفۡعَلُونَ  ۝٣٦
Hal suwwibal kuffaaru maa kaanoo yaf`aloon
Sila kaafiroonni waan dalagaa turan mindeffamaniiruu?” [jedhu]
🎤 Your recording:
💡 Tap any hidden word to reveal it temporarily — your progress is saved automatically in this browser.

🎉
🎊 Well Done! Memorization Complete
Mishary Rashid Alafasy
Mahmoud Khalil Al-Husary
Abdurrahman As-Sudais
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
Abdul Basit Abdul Samad
Ali Al-Hudhaify
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
Abu Bakr Ash-Shaatree
Muhammad Ayyoub
Abdullah Basfar
Abdullah Al-Juhani
Maher Al Muaiqly
0:00
0:00
-

Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers