Suuratu Al-A'la Arabiffaa fi Oromoo
Suuratu Al-A'la hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (19 Aayah — مكية). Al-A'la Caqasi, Al-A'la Hiikkaa, Al-A'la mp3, Al-A'la pdf.Suuratu Al-A'la Dubbisi fi Caqasi
🎧 Aayah
M
Mishary Rashid Alafasy
✓
Mishary Rashid Alafasy
✓
M
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
A
Abdurrahman As-Sudais
✓
Abdurrahman As-Sudais
✓
M
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
A
Abdul Basit Abdul Samad
✓
Abdul Basit Abdul Samad
✓
A
Ali Al-Hudhaify
✓
Ali Al-Hudhaify
✓
A
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
A
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
M
Muhammad Ayyoub
✓
Muhammad Ayyoub
✓
A
Abdullah Basfar
✓
Abdullah Basfar
✓
A
Abdullah Al-Juhani
✓
Abdullah Al-Juhani
✓
M
Maher Al Muaiqly
✓
Maher Al Muaiqly
✓
—
x1
إِلَّا مَا شَاءَ اللَّهُ ۚ إِنَّهُ يَعْلَمُ الْجَهْرَ وَمَا يَخْفَىٰ ٧
📖 Hiikkaa
Aayah 7
Waan Rabbiin fedhe maleeInni mul’ataafi dhokataas ni beeka
فَذَكِّرْ إِن نَّفَعَتِ الذِّكْرَىٰ ٩
📖 Hiikkaa
Aayah 9
Yoo yaadachiisni kan fayyadu ta’e yaadachiisi
ثُمَّ لَا يَمُوتُ فِيهَا وَلَا يَحْيَىٰ ١٣
📖 Hiikkaa
Aayah 13
Ergasii ishee keessatti hin duu; hin jiraatus
وَالْآخِرَةُ خَيْرٌ وَأَبْقَىٰ ١٧
📖 Hiikkaa
Aayah 17
Odoo Aakhiraan caaltuufi haftuu taatee jirtuu [addunyaa filattu]
إِنَّ هَٰذَا لَفِي الصُّحُفِ الْأُولَىٰ ١٨
📖 Hiikkaa
Aayah 18
Dhugumatti, kun barreeffamoota duraanii keessa jira
صُحُفِ إِبْرَاهِيمَ وَمُوسَىٰ ١٩
📖 Hiikkaa
Aayah 19
Barreeffamoota Ibraahiimifi Muusaa [keessa jira]
Dubbisi Suuratu Al-A'la Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers

