📖 0/604 fuulawwan dubbifaman
📄 604
Suuratu Al-Ikhlas
bismillah
قُلۡ هُوَ ٱللَّهُ أَحَدٌ  ۝١ ٱللَّهُ ٱلصَّمَدُ  ۝٢ لَمۡ يَلِدۡ وَلَمۡ يُولَدۡ  ۝٣ وَلَمۡ يَكُن لَّهُۥ كُفُوًا أَحَدُۢ  ۝٤
Suuratu Al-Falaq
bismillah
قُلۡ أَعُوذُ بِرَبِّ ٱلۡفَلَقِ  ۝١ مِن شَرِّ مَا خَلَقَ  ۝٢ وَمِن شَرِّ غَاسِقٍ إِذَا وَقَبَ  ۝٣ وَمِن شَرِّ ٱلنَّفَّٰثَٰتِ فِي ٱلۡعُقَدِ  ۝٤ وَمِن شَرِّ حَاسِدٍ إِذَا حَسَدَ  ۝٥
Suuratu An-Nas
bismillah
قُلۡ أَعُوذُ بِرَبِّ ٱلنَّاسِ  ۝١ مَلِكِ ٱلنَّاسِ  ۝٢ إِلَٰهِ ٱلنَّاسِ  ۝٣ مِن شَرِّ ٱلۡوَسۡوَاسِ ٱلۡخَنَّاسِ  ۝٤ ٱلَّذِي يُوَسۡوِسُ فِي صُدُورِ ٱلنَّاسِ  ۝٥ مِنَ ٱلۡجِنَّةِ وَٱلنَّاسِ  ۝٦
Suuratu Al-Ikhlas
bismillah
112:1
قُلۡ هُوَ ٱللَّهُ أَحَدٌ  ۝١
Jedhi: "Inni Allaah (gabbaramaa dhugaa) tokkicha
112:2
ٱللَّهُ ٱلصَّمَدُ  ۝٢
Allaahn hirkoo waa hundaati
112:3
لَمۡ يَلِدۡ وَلَمۡ يُولَدۡ  ۝٣
Hin dhalle hin dhalannes
112:4
وَلَمۡ يَكُن لَّهُۥ كُفُوًا أَحَدُۢ  ۝٤
Hiriyaan tokkoos isaaf hin taane.”
Suuratu Al-Falaq
bismillah
113:1
قُلۡ أَعُوذُ بِرَبِّ ٱلۡفَلَقِ  ۝١
Jedhi: "Gooftaa bariittin maganfadha
113:2
مِن شَرِّ مَا خَلَقَ  ۝٢
Hamtuu waan Inni uumee irraa
113:3
وَمِن شَرِّ غَاسِقٍ إِذَا وَقَبَ  ۝٣
Hamtuu dukkanaa yeroo dukkanaa’e irraas
113:4
وَمِن شَرِّ ٱلنَّفَّٰثَٰتِ فِي ٱلۡعُقَدِ  ۝٤
Hamtuu guduunfaa keessatti tuftu irraas
113:5
وَمِن شَرِّ حَاسِدٍ إِذَا حَسَدَ  ۝٥
Hamtuu haasidii yeroo inni hassadu (waanyu) irraas (Rabbittin maganfadha).”
Suuratu An-Nas
bismillah
114:1
قُلۡ أَعُوذُ بِرَبِّ ٱلنَّاسِ  ۝١
Jedhi: "Gooftaa namaattin maganfadha
114:2
مَلِكِ ٱلنَّاسِ  ۝٢
Mootii namaatti
114:3
إِلَٰهِ ٱلنَّاسِ  ۝٣
Gabbaramaa namaatti
114:4
مِن شَرِّ ٱلۡوَسۡوَاسِ ٱلۡخَنَّاسِ  ۝٤
Hamtuu waswaasii dhokatuufi mul’atuu irraa
114:5
ٱلَّذِي يُوَسۡوِسُ فِي صُدُورِ ٱلنَّاسِ  ۝٥
Isa qoma namaa keessa waswaasu irraa
114:6
مِنَ ٱلۡجِنَّةِ وَٱلنَّاسِ  ۝٦
Jinniifi nama irraa kan ta’e (irraan maganfadha).”


📚Juz 30 📄604 / 604



Mishary Rashid Alafasy
Mahmoud Khalil Al-Husary
Abdurrahman As-Sudais
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
Abdul Basit Abdul Samad
Ali Al-Hudhaify
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
Abu Bakr Ash-Shaatree
Muhammad Ayyoub
Abdullah Basfar
Abdullah Al-Juhani
Maher Al Muaiqly
0:00
0:00
-

Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 2, 2026

Don't forget us in your sincere prayers