Al-Falaq · 3/5
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Falaq
وَمِن شَرِّ غَاسِقٍ إِذَا وَقَبَ ۝٣
Wa min sharri ghasiqin iza waqab
📖 Afaan Oromoon
Hamtuu dukkanaa yeroo dukkanaa’e irraas

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 1-5 — Suuratu Al-Falaq

1قُلْ أَعُوذُ بِرَبِّ الْفَلَقِ
Jedhi: "Gooftaa bariittin maganfadha
2مِن شَرِّ مَا خَلَقَ
Hamtuu waan Inni uumee irraa
3وَمِن شَرِّ غَاسِقٍ إِذَا وَقَبَ
Hamtuu dukkanaa yeroo dukkanaa’e irraas
4وَمِن شَرِّ النَّفَّاثَاتِ فِي الْعُقَدِ
Hamtuu guduunfaa keessatti tuftu irraas
5وَمِن شَرِّ حَاسِدٍ إِذَا حَسَدَ
Hamtuu haasidii yeroo inni hassadu (waanyu) irraas (Rabbittin maganfadha).”
Al-FalaqTarreeffama Qur'ana
5Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Al-Falaq 3

Suuratu Al-Falaq Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Hamtuu dukkanaa yeroo dukkanaa’e irraas

Suuratu Aayah 3/5 — Suuratu Al-Falaq الفلق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Falaq Caqasi, Suuratu Al-Falaq Hiikkaa, Suuratu Al-Falaq mp3, Suuratu Al-Falaq pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers