La sourate Al-Ala en Oromo
| Maqaa Gooftaa kee olaanaa taee qulqulleessi |
| Isa (waan hunda) uumee guute |
| Isa murteessee qajeelche |
| Isa marga baase |
| Goggogaa gurraacha isa taasise |
| Si qaraasisuuf jirraa hin dagattu |
إِلَّا مَا شَاءَ اللَّهُ ۚ إِنَّهُ يَعْلَمُ الْجَهْرَ وَمَا يَخْفَىٰ(7) Waan Rabbiin fedhe maleeInni mul’ataafi dhokataas ni beeka |
| Nuti karaa laaftuu taateef si laaffifna |
| Yoo yaadachiisni kan fayyadu ta’e yaadachiisi |
| Namni Rabbiin sodaatu gorfamuuf jira |
| Hoongaaan ishee irraa fagaata |
| Inni ibidda guddoo seenu |
| Ergasii ishee keessatti hin duu; hin jiraatus |
| Dhugumatti, namni of qulqulleeffate milkaa’e |
| Maqaa Gooftaa isaa dubbatee kan salaate |
| Inumaa isin jiruu addunyaa filattu |
| Odoo Aakhiraan caaltuufi haftuu taatee jirtuu [addunyaa filattu] |
| Dhugumatti, kun barreeffamoota duraanii keessa jira |
| Barreeffamoota Ibraahiimifi Muusaa [keessa jira] |
Plus de sourates en Oromo :
Téléchargez la sourate avec la voix des récitants du Coran les plus célèbres :
Téléchargez le fichier mp3 de la sourate Al-Ala : choisissez le récitateur pour écouter et télécharger la sourate Al-Ala complète en haute qualité.
Ahmed Al Ajmy
Bandar Balila
Khalid Al Jalil
Saad Al Ghamdi
Saud Al Shuraim
Abdul Basit
Abdul Rashid Sufi
Abdullah Basfar
Abdullah Al Juhani
Fares Abbad
Maher Al Muaiqly
Al Minshawi
Al Hosary
Mishari Al-afasi
Yasser Al Dosari
Donnez-nous une invitation valide




