Suuratu An-Nasr Arabiffaa fi Oromoo

Suuratu An-Nasr hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (3 Aayah — مدنية). An-Nasr Caqasi, An-Nasr Hiikkaa, An-Nasr mp3, An-Nasr pdf.

Suuratu An-Nasr Dubbisi fi Caqasi

🎧 Aayah
M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
—
x1
bismillah
إِذَا جَاءَ نَصْرُ اللَّهِ وَالْفَتْحُ ۝١
📖 Hiikkaa Aayah 1
Yeroo tumsi Rabbiitiifi banamiinsi (Makkaa) dhufe
وَرَأَيْتَ النَّاسَ يَدْخُلُونَ فِي دِينِ اللَّهِ أَفْوَاجًا ۝٢
📖 Hiikkaa Aayah 2
Namootas garee gareedhaan diinii Rabbii keessa kan seenan argite
فَسَبِّحْ بِحَمْدِ رَبِّكَ وَاسْتَغْفِرْهُ ۚ إِنَّهُ كَانَ تَوَّابًا ۝٣
📖 Hiikkaa Aayah 3
Gooftaa kee faarsuu wajjin qulqulleessi; araaramas Isa irra barbaadInni akkaan tawbaa qeebalaadha
← 109 An-Nasr (110/114) 111 →
Dubbisi Suuratu An-Nasr Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee

110النصر An-Nasr 📚 3 Aayah مدنية



Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers