An-Nasr · 3/3
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nasr
فَسَبِّحۡ بِحَمۡدِ رَبِّكَ وَٱسۡتَغۡفِرۡهُۚ إِنَّهُۥ كَانَ تَوَّابَۢا  ۝٣
Fa sab bih bihamdi rabbika was taghfir, innahu kaana tawwaaba
📖 Afaan Oromoon
Gooftaa kee faarsuu wajjin qulqulleessi; araaramas Isa irra barbaadInni akkaan tawbaa qeebalaadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 1-3 — An-Nasr

1إِذَا جَآءَ نَصۡرُ ٱللَّهِ وَٱلۡفَتۡحُ 
Yeroo tumsi Rabbiitiifi banamiinsi (Makkaa) dhufe
2وَرَأَيۡتَ ٱلنَّاسَ يَدۡخُلُونَ فِي دِينِ ٱللَّهِ أَفۡوَاجًا 
Namootas garee gareedhaan diinii Rabbii keessa kan seenan argite
3فَسَبِّحۡ بِحَمۡدِ رَبِّكَ وَٱسۡتَغۡفِرۡهُۚ إِنَّهُۥ كَانَ تَوَّابَۢا 
Gooftaa kee faarsuu wajjin qulqulleessi; araaramas Isa irra barbaadInni akkaan tawbaa qeebalaadha
An-NasrTarreeffama Qur'ana
3Aayah
MedinanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — An-Nasr 3

Suuratu Aayah 3/3 — An-Nasr النصر (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nasr Caqasi, An-Nasr Hiikkaa, An-Nasr mp3, An-Nasr pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers