Suuratu Al-Masad Arabiffaa fi Oromoo

Suuratu Al-Masad hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (5 Aayah — مكية). Al-Masad Caqasi, Al-Masad Hiikkaa, Al-Masad mp3, Al-Masad pdf.

Suuratu Al-Masad Dubbisi fi Caqasi

🎧 Aayah
M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
—
x1
bismillah
تَبَّتْ يَدَا أَبِي لَهَبٍ وَتَبَّ ۝١
📖 Hiikkaa Aayah 1
Harki Abuu Lahab lamaan badde[Innis]bade
مَا أَغْنَىٰ عَنْهُ مَالُهُ وَمَا كَسَبَ ۝٢
📖 Hiikkaa Aayah 2
Qabeenyi isaatiifi wanti inni hores isa hin fayyanne
سَيَصْلَىٰ نَارًا ذَاتَ لَهَبٍ ۝٣
📖 Hiikkaa Aayah 3
Ibidda abbaa bobayaa (belbelaa) taate seenuuf jira
وَامْرَأَتُهُ حَمَّالَةَ الْحَطَبِ ۝٤
📖 Hiikkaa Aayah 4
Niitiin isaas baadhattuu qoraanii taatee (seenti)
فِي جِيدِهَا حَبْلٌ مِّن مَّسَدٍ ۝٥
📖 Hiikkaa Aayah 5
Morma ishee keessa haada quncee temiraa irraa taetu jira
← 110 Al-Masad (111/114) 112 →
Dubbisi Suuratu Al-Masad Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee

111المسد Al-Masad 📚 5 Aayah مكية



Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers