Suuratu At-Takathur Arabiffaa fi Oromoo

Suuratu At-Takathur hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (8 Aayah — مكية). At-Takathur Caqasi, At-Takathur Hiikkaa, At-Takathur mp3, At-Takathur pdf.

Suuratu At-Takathur Dubbisi fi Caqasi

🎧 Aayah
M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
—
x1
bismillah
أَلْهَاكُمُ التَّكَاثُرُ ۝١
📖 Hiikkaa Aayah 1
Baay’ifachuun (ibaadaa irraa) isin jaataneesse (shaagale)
حَتَّىٰ زُرْتُمُ الْمَقَابِرَ ۝٢
📖 Hiikkaa Aayah 2
Hanga awwaala dhaqxanitti (duutanitti)
كَلَّا سَوْفَ تَعْلَمُونَ ۝٣
📖 Hiikkaa Aayah 3
Dhorgamaa! Fuula dura beekuuf jirtu
ثُمَّ كَلَّا سَوْفَ تَعْلَمُونَ ۝٤
📖 Hiikkaa Aayah 4
Ergasiis dhorgamaa! Fuula dura beekuuf jirtu
كَلَّا لَوْ تَعْلَمُونَ عِلْمَ الْيَقِينِ ۝٥
📖 Hiikkaa Aayah 5
Dhugumatti, odoo beekumsa mirkanaa’aa beektanii (hin shaagalamtanu ture)
لَتَرَوُنَّ الْجَحِيمَ ۝٦
📖 Hiikkaa Aayah 6
Dhugumatti ibidda ni argitu
ثُمَّ لَتَرَوُنَّهَا عَيْنَ الْيَقِينِ ۝٧
📖 Hiikkaa Aayah 7
Ergasii argaa mirkanaa’aa arguuf jirtu
ثُمَّ لَتُسْأَلُنَّ يَوْمَئِذٍ عَنِ النَّعِيمِ ۝٨
📖 Hiikkaa Aayah 8
Ergasii dhugumatti guyyaa san qananii irraa gaafatamuuf jirtu
← 101 At-Takathur (102/114) 103 →
Dubbisi Suuratu At-Takathur Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee

102التكاثر At-Takathur 📚 8 Aayah مكية



Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers