At-Takathur · 1/8
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Takathur
أَلْهَاكُمُ التَّكَاثُرُ ۝١
Al haaku mut takathur
📖 Afaan Oromoon
Baay’ifachuun (ibaadaa irraa) isin jaataneesse (shaagale)
🎧 Caqasi

📜 Aayah 1-3 — At-Takathur

1أَلْهَاكُمُ التَّكَاثُرُ
Baay’ifachuun (ibaadaa irraa) isin jaataneesse (shaagale)
2حَتَّىٰ زُرْتُمُ الْمَقَابِرَ
Hanga awwaala dhaqxanitti (duutanitti)
3كَلَّا سَوْفَ تَعْلَمُونَ
Dhorgamaa! Fuula dura beekuuf jirtu
At-TakathurTarreeffama Qur'ana
8Aayah
MeccanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — At-Takathur 1

Suuratu At-Takathur Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Baay’ifachuun (ibaadaa irraa) isin jaataneesse (shaagale)

Suuratu Aayah 1/8 — At-Takathur التكاثر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Takathur Caqasi, At-Takathur Hiikkaa, At-Takathur mp3, At-Takathur pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers