Suuratu Al-'Asr Arabiffaa fi Oromoo

Suuratu Al-'Asr hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (3 Aayah — مكية). Al-'Asr Caqasi, Al-'Asr Hiikkaa, Al-'Asr mp3, Al-'Asr pdf.

Suuratu Al-'Asr Dubbisi fi Caqasi

🎧 Aayah
M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
—
x1
bismillah
وَالْعَصْرِ ۝١
📖 Hiikkaa Aayah 1
Yeroonin kakadha
إِنَّ الْإِنسَانَ لَفِي خُسْرٍ ۝٢
📖 Hiikkaa Aayah 2
Dhugumatti, namni hunduu hoongoo keessa jira
إِلَّا الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ وَتَوَاصَوْا بِالْحَقِّ وَتَوَاصَوْا بِالصَّبْرِ ۝٣
📖 Hiikkaa Aayah 3
Isaan amanan, gaggaarii dalagan, haqa walii dhaamaniifi obsa walii dhaaman malee (warri hafan hoongoo guddaa keessa jiru)
← 102 Al-'Asr (103/114) 104 →
Dubbisi Suuratu Al-'Asr Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee

103العصر Al-'Asr 📚 3 Aayah مكية



Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers