Suuratu Al-Qari'ah Arabiffaa fi Oromoo

Suuratu Al-Qari'ah hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (11 Aayah — مكية). Al-Qari'ah Caqasi, Al-Qari'ah Hiikkaa, Al-Qari'ah mp3, Al-Qari'ah pdf.

Suuratu Al-Qari'ah Dubbisi fi Caqasi

🎧 Aayah
M Mishary Rashid Alafasy
M Mahmoud Khalil Al-Husary
A Abdurrahman As-Sudais
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi
A Abdul Basit Abdul Samad
A Ali Al-Hudhaify
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy
A Abu Bakr Ash-Shaatree
M Muhammad Ayyoub
A Abdullah Basfar
A Abdullah Al-Juhani
M Maher Al Muaiqly
x1
الْقَارِعَةُ ۝١
📖 Hiikkaa Aayah 1
Qalbii rukuttuun (Qiyaamaan)
مَا الْقَارِعَةُ ۝٢
📖 Hiikkaa Aayah 2
Qalbii rukuttuun maali
وَمَا أَدْرَاكَ مَا الْقَارِعَةُ ۝٣
📖 Hiikkaa Aayah 3
Qalbii rukuttuun maal akka taate maaltu si beeksise
يَوْمَ يَكُونُ النَّاسُ كَالْفَرَاشِ الْمَبْثُوثِ ۝٤
📖 Hiikkaa Aayah 4
Guyyaa namni akka billaacha faffacaafamee ta’u
وَتَكُونُ الْجِبَالُ كَالْعِهْنِ الْمَنفُوشِ ۝٥
📖 Hiikkaa Aayah 5
(Guyyaa) gaarreen akka jirbii iddamee (qaasasame) tau
فَأَمَّا مَن ثَقُلَتْ مَوَازِينُهُ ۝٦
📖 Hiikkaa Aayah 6
Namni madaalli (hojii) isaa ulfaatte
فَهُوَ فِي عِيشَةٍ رَّاضِيَةٍ ۝٧
📖 Hiikkaa Aayah 7
Inni jireenya jaalatamtuu keessa taa
وَأَمَّا مَنْ خَفَّتْ مَوَازِينُهُ ۝٨
📖 Hiikkaa Aayah 8
Namni madaalli (hojii) isaa salphatte immoo
فَأُمُّهُ هَاوِيَةٌ ۝٩
📖 Hiikkaa Aayah 9
Haati isaa “Haawiyaa[]”dha
وَمَا أَدْرَاكَ مَا هِيَهْ ۝١٠
📖 Hiikkaa Aayah 10
Isheen (Haawiyaan) maal akka taate maaltu si beeksise
نَارٌ حَامِيَةٌ ۝١١
📖 Hiikkaa Aayah 11
(Isheen) ibidda gubduudha
← 100 Al-Qari'ah (101/114) 102 →
Dubbisi Suuratu Al-Qari'ah Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee

101القارعة Al-Qari'ah 📚 11 Aayah مكية

Aayah amma aayah – Suuratu Al-Qari'ah — 11 Aayah




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers