PDF —
Suuratu Al-Falaq pdf — Buufi (Oromo)
Suuratu Al-Falaq pdf Oromo — Buufi Suuratu Al-Falaq Hiikkaa. Suuratu Al-Falaq (Meccan) 5 Aayah.
More Suuratu PDF
Suuratu Al-Falaq

ﭤﭥﭦﭧﭨ
113:1
Jedhi: "Gooftaa bariittin maganfadha
ﭩﭪﭫﭬﭭ
113:2
Hamtuu waan Inni uumee irraa
ﭮﭯﭰﭱﭲﭳ
113:3
Hamtuu dukkanaa yeroo dukkanaa’e irraas
ﭴﭵﭶﭷﭸﭹ
113:4
Hamtuu guduunfaa keessatti tuftu irraas
ﭺﭻﭼﭽﭾﭿ
113:5
Hamtuu haasidii yeroo inni hassadu (waanyu) irraas (Rabbittin maganfadha).”
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, September 29, 2026
Don't forget us in your sincere prayers







