📖 0/604 fuulawwan dubbifaman
📄 601
Suuratu Al-'Asr
bismillah
وَٱلۡعَصۡرِ  ۝١ إِنَّ ٱلۡإِنسَٰنَ لَفِي خُسۡرٍ  ۝٢ إِلَّا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ وَعَمِلُواْ ٱلصَّٰلِحَٰتِ وَتَوَاصَوۡاْ بِٱلۡحَقِّ وَتَوَاصَوۡاْ بِٱلصَّبۡرِ  ۝٣
Suuratu Al-Humazah
bismillah
وَيۡلٌ لِّكُلِّ هُمَزَةٍ لُّمَزَةٍ  ۝١ ٱلَّذِي جَمَعَ مَالًا وَعَدَّدَهُۥ  ۝٢ يَحۡسَبُ أَنَّ مَالَهُۥٓ أَخۡلَدَهُۥ  ۝٣ كـَلَّاۖ لَيُنۢبَذَنَّ فِي ٱلۡحُطَمَةِ  ۝٤ وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا ٱلۡحُطَمَةُ  ۝٥ نَارُ ٱللَّهِ ٱلۡمُوقَدَةُ  ۝٦ ٱلَّتِي تَطَّلِعُ عَلَى ٱلۡأَفۡـِٔدَةِ  ۝٧ إِنَّهَا عَلَيۡهِم مُّؤۡصَدَةٌ  ۝٨ فِي عَمَدٍ مُّمَدَّدَةِۭ  ۝٩
Suuratu Al-Fil
bismillah
أَلَمۡ تَرَ كَيۡفَ فَعَلَ رَبُّكَ بِأَصۡحَٰبِ ٱلۡفِيلِ  ۝١ أَلَمۡ يَجۡعَلۡ كَيۡدَهُمۡ فِي تَضۡلِيلٍ  ۝٢ وَأَرۡسَلَ عَلَيۡهِمۡ طَيۡرًا أَبَابِيلَ  ۝٣ تَرۡمِيهِم بِحِجَارَةٍ مِّن سِجِّيلٍ  ۝٤ فَجَعَلَهُمۡ كَعَصۡفٍ مَّأۡكُولِۭ  ۝٥
Suuratu Al-'Asr
bismillah
103:1
وَٱلۡعَصۡرِ  ۝١
Yeroonin kakadha
103:2
إِنَّ ٱلۡإِنسَٰنَ لَفِي خُسۡرٍ  ۝٢
Dhugumatti, namni hunduu hoongoo keessa jira
103:3
إِلَّا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ وَعَمِلُواْ ٱلصَّٰلِحَٰتِ وَتَوَاصَوۡاْ بِٱلۡحَقِّ وَتَوَاصَوۡاْ بِٱلصَّبۡرِ  ۝٣
Isaan amanan, gaggaarii dalagan, haqa walii dhaamaniifi obsa walii dhaaman malee (warri hafan hoongoo guddaa keessa jiru)
Suuratu Al-Humazah
bismillah
104:1
وَيۡلٌ لِّكُلِّ هُمَزَةٍ لُّمَزَةٍ  ۝١
Hamattuufi arrabsituu hundaaf badiin mirkanaa’e
104:2
ٱلَّذِي جَمَعَ مَالًا وَعَدَّدَهُۥ  ۝٢
Isa qabeenya walitti qabee lakkaae
104:3
يَحۡسَبُ أَنَّ مَالَهُۥٓ أَخۡلَدَهُۥ  ۝٣
Qabeenyi isaa isa hambisuu kan yaadu
104:4
كـَلَّاۖ لَيُنۢبَذَنَّ فِي ٱلۡحُطَمَةِ  ۝٤
Haa dhorgamu! [Ibidda] caccabsituu keessatti darbamuuf jira
104:5
وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا ٱلۡحُطَمَةُ  ۝٥
Caccabsituun maal akka taate maaltu si beeksise
104:6
نَارُ ٱللَّهِ ٱلۡمُوقَدَةُ  ۝٦
(Isheen) ibidda Rabbii kan qabsiifamtuudha
104:7
ٱلَّتِي تَطَّلِعُ عَلَى ٱلۡأَفۡـِٔدَةِ  ۝٧
Ishee onnee irratti (laalaan ishee) mul’attuudha
104:8
إِنَّهَا عَلَيۡهِم مُّؤۡصَدَةٌ  ۝٨
Dhugumatti, isheen isaan irratti cufamtuudha
104:9
فِي عَمَدٍ مُّمَدَّدَةِۭ  ۝٩
Utubaalee diriirfamaa keessatti (itti cufama)
Suuratu Al-Fil
bismillah
105:1
أَلَمۡ تَرَ كَيۡفَ فَعَلَ رَبُّكَ بِأَصۡحَٰبِ ٱلۡفِيلِ  ۝١
Sila Gooftan kee Abbootii Arbaa irratti akkam akka dalage hin arginee
105:2
أَلَمۡ يَجۡعَلۡ كَيۡدَهُمۡ فِي تَضۡلِيلٍ  ۝٢
Sila tooftaa isaanii dhabama hin goonee? (godheera)
105:3
وَأَرۡسَلَ عَلَيۡهِمۡ طَيۡرًا أَبَابِيلَ  ۝٣
Simbira garee gareedhaan isaanitti erge
105:4
تَرۡمِيهِم بِحِجَارَةٍ مِّن سِجِّيلٍ  ۝٤
Dhagaalee xuubii (suphee gubamte) irraa taate isaanitti darbatti
105:5
فَجَعَلَهُمۡ كَعَصۡفٍ مَّأۡكُولِۭ  ۝٥
Akka alalaa (okaa) nyaatamee isaan taasise


📚Juz 30 📄601 / 604



Mishary Rashid Alafasy
Mahmoud Khalil Al-Husary
Abdurrahman As-Sudais
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
Abdul Basit Abdul Samad
Ali Al-Hudhaify
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
Abu Bakr Ash-Shaatree
Muhammad Ayyoub
Abdullah Basfar
Abdullah Al-Juhani
Maher Al Muaiqly
0:00
0:00
-

Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 2, 2026

Don't forget us in your sincere prayers