Al-Humazah · 7/9
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Humazah
الَّتِي تَطَّلِعُ عَلَى الْأَفْئِدَةِ ۝٧
Al latee tat tali`u `alalafidah
📖 Afaan Oromoon
Ishee onnee irratti (laalaan ishee) mul’attuudha

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 5-9 — Suuratu Al-Humazah

5وَمَا أَدْرَاكَ مَا الْحُطَمَةُ
Caccabsituun maal akka taate maaltu si beeksise
6نَارُ اللَّهِ الْمُوقَدَةُ
(Isheen) ibidda Rabbii kan qabsiifamtuudha
7الَّتِي تَطَّلِعُ عَلَى الْأَفْئِدَةِ
Ishee onnee irratti (laalaan ishee) mul’attuudha
8إِنَّهَا عَلَيْهِم مُّؤْصَدَةٌ
Dhugumatti, isheen isaan irratti cufamtuudha
9فِي عَمَدٍ مُّمَدَّدَةٍ
Utubaalee diriirfamaa keessatti (itti cufama)
Al-HumazahTarreeffama Qur'ana
9Aayah
MeccanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — Al-Humazah 7

Suuratu Al-Humazah Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ishee onnee irratti (laalaan ishee) mul’attuudha

Suuratu Aayah 7/9 — Suuratu Al-Humazah الهمزة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Humazah Caqasi, Suuratu Al-Humazah Hiikkaa, Suuratu Al-Humazah mp3, Suuratu Al-Humazah pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers