Al-Humazah · 3/9
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Humazah
يَحْسَبُ أَنَّ مَالَهُ أَخْلَدَهُ ۝٣
Yahsabu anna maalahu akhladah
📖 Afaan Oromoon
Qabeenyi isaa isa hambisuu kan yaadu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Suuratu Al-Humazah

1وَيْلٌ لِّكُلِّ هُمَزَةٍ لُّمَزَةٍ
Hamattuufi arrabsituu hundaaf badiin mirkanaa’e
2الَّذِي جَمَعَ مَالًا وَعَدَّدَهُ
Isa qabeenya walitti qabee lakkaae
3يَحْسَبُ أَنَّ مَالَهُ أَخْلَدَهُ
Qabeenyi isaa isa hambisuu kan yaadu
4كَلَّا ۖ لَيُنبَذَنَّ فِي الْحُطَمَةِ
Haa dhorgamu! [Ibidda] caccabsituu keessatti darbamuuf jira
5وَمَا أَدْرَاكَ مَا الْحُطَمَةُ
Caccabsituun maal akka taate maaltu si beeksise
Al-HumazahTarreeffama Qur'ana
9Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Al-Humazah 3

Suuratu Al-Humazah Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Qabeenyi isaa isa hambisuu kan yaadu

Suuratu Aayah 3/9 — Suuratu Al-Humazah الهمزة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Humazah Caqasi, Suuratu Al-Humazah Hiikkaa, Suuratu Al-Humazah mp3, Suuratu Al-Humazah pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers