Al-Humazah · 4/9
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Humazah
كَلَّا ۖ لَيُنبَذَنَّ فِي الْحُطَمَةِ ۝٤
Kalla layum ba zanna fil hutamah
📖 Afaan Oromoon
Haa dhorgamu! [Ibidda] caccabsituu keessatti darbamuuf jira
🎧 Caqasi

📜 Aayah 2-6 — Al-Humazah

2الَّذِي جَمَعَ مَالًا وَعَدَّدَهُ
Isa qabeenya walitti qabee lakkaae
3يَحْسَبُ أَنَّ مَالَهُ أَخْلَدَهُ
Qabeenyi isaa isa hambisuu kan yaadu
4كَلَّا ۖ لَيُنبَذَنَّ فِي الْحُطَمَةِ
Haa dhorgamu! [Ibidda] caccabsituu keessatti darbamuuf jira
5وَمَا أَدْرَاكَ مَا الْحُطَمَةُ
Caccabsituun maal akka taate maaltu si beeksise
6نَارُ اللَّهِ الْمُوقَدَةُ
(Isheen) ibidda Rabbii kan qabsiifamtuudha
Al-HumazahTarreeffama Qur'ana
9Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Al-Humazah 4

Suuratu Al-Humazah Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Haa dhorgamu! [Ibidda] caccabsituu keessatti darbamuuf jira

Suuratu Aayah 4/9 — Al-Humazah الهمزة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Humazah Caqasi, Al-Humazah Hiikkaa, Al-Humazah mp3, Al-Humazah pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers