Al-Humazah · 6/9
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Humazah
نَارُ اللَّهِ الْمُوقَدَةُ ۝٦
Narul laahil-mooqada
📖 Afaan Oromoon
(Isheen) ibidda Rabbii kan qabsiifamtuudha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 4-8 — Suuratu Al-Humazah

4كَلَّا ۖ لَيُنبَذَنَّ فِي الْحُطَمَةِ
Haa dhorgamu! [Ibidda] caccabsituu keessatti darbamuuf jira
5وَمَا أَدْرَاكَ مَا الْحُطَمَةُ
Caccabsituun maal akka taate maaltu si beeksise
6نَارُ اللَّهِ الْمُوقَدَةُ
(Isheen) ibidda Rabbii kan qabsiifamtuudha
7الَّتِي تَطَّلِعُ عَلَى الْأَفْئِدَةِ
Ishee onnee irratti (laalaan ishee) mul’attuudha
8إِنَّهَا عَلَيْهِم مُّؤْصَدَةٌ
Dhugumatti, isheen isaan irratti cufamtuudha
Al-HumazahTarreeffama Qur'ana
9Aayah
MeccanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — Al-Humazah 6

Suuratu Al-Humazah Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Isheen) ibidda Rabbii kan qabsiifamtuudha

Suuratu Aayah 6/9 — Suuratu Al-Humazah الهمزة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Humazah Caqasi, Suuratu Al-Humazah Hiikkaa, Suuratu Al-Humazah mp3, Suuratu Al-Humazah pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers