Al-Humazah · 1/9
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Humazah
وَيْلٌ لِّكُلِّ هُمَزَةٍ لُّمَزَةٍ ۝١
Wai lul-li kulli hu mazatil-lumaza
📖 Afaan Oromoon
Hamattuufi arrabsituu hundaaf badiin mirkanaa’e
🎧 Caqasi

📜 Aayah 1-3 — Al-Humazah

1وَيْلٌ لِّكُلِّ هُمَزَةٍ لُّمَزَةٍ
Hamattuufi arrabsituu hundaaf badiin mirkanaa’e
2الَّذِي جَمَعَ مَالًا وَعَدَّدَهُ
Isa qabeenya walitti qabee lakkaae
3يَحْسَبُ أَنَّ مَالَهُ أَخْلَدَهُ
Qabeenyi isaa isa hambisuu kan yaadu
Al-HumazahTarreeffama Qur'ana
9Aayah
MeccanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Al-Humazah 1

Suuratu Al-Humazah Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Hamattuufi arrabsituu hundaaf badiin mirkanaa’e

Suuratu Aayah 1/9 — Al-Humazah الهمزة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Humazah Caqasi, Al-Humazah Hiikkaa, Al-Humazah mp3, Al-Humazah pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers