Al-Fil · 4/5
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Fil
تَرْمِيهِم بِحِجَارَةٍ مِّن سِجِّيلٍ ۝٤
Tar meehim bi hi jaaratim min sij jeel
📖 Afaan Oromoon
Dhagaalee xuubii (suphee gubamte) irraa taate isaanitti darbatti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 2-5 — Suuratu Al-Fil

2أَلَمْ يَجْعَلْ كَيْدَهُمْ فِي تَضْلِيلٍ
Sila tooftaa isaanii dhabama hin goonee? (godheera)
3وَأَرْسَلَ عَلَيْهِمْ طَيْرًا أَبَابِيلَ
Simbira garee gareedhaan isaanitti erge
4تَرْمِيهِم بِحِجَارَةٍ مِّن سِجِّيلٍ
Dhagaalee xuubii (suphee gubamte) irraa taate isaanitti darbatti
5فَجَعَلَهُمْ كَعَصْفٍ مَّأْكُولٍ
Akka alalaa (okaa) nyaatamee isaan taasise
Al-FilTarreeffama Qur'ana
5Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Al-Fil 4

Suuratu Al-Fil Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhagaalee xuubii (suphee gubamte) irraa taate isaanitti darbatti

Suuratu Aayah 4/5 — Suuratu Al-Fil الفيل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Fil Caqasi, Suuratu Al-Fil Hiikkaa, Suuratu Al-Fil mp3, Suuratu Al-Fil pdf. Aayah 2–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers