Al-'Asr · 1/3
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-'Asr
وَالْعَصْرِ ۝١
Wal` asr
📖 Afaan Oromoon
Yeroonin kakadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-3 — Suuratu Al-'Asr

1وَالْعَصْرِ
Yeroonin kakadha
2إِنَّ الْإِنسَانَ لَفِي خُسْرٍ
Dhugumatti, namni hunduu hoongoo keessa jira
3إِلَّا الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ وَتَوَاصَوْا بِالْحَقِّ وَتَوَاصَوْا بِالصَّبْرِ
Isaan amanan, gaggaarii dalagan, haqa walii dhaamaniifi obsa walii dhaaman malee (warri hafan hoongoo guddaa keessa jiru)
Al-'AsrTarreeffama Qur'ana
3Aayah
MeccanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Al-'Asr 1

Suuratu Al-'Asr Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroonin kakadha

Suuratu Aayah 1/3 — Suuratu Al-'Asr العصر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-'Asr Caqasi, Suuratu Al-'Asr Hiikkaa, Suuratu Al-'Asr mp3, Suuratu Al-'Asr pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers